Waxabajjii 14-20
KEESSA DEEBII 5-6
Faarfannaa 134 fi Kadhannaa
Yaada Seensaa (Daq. 1)
BEEKUMSA DUBBII WAAQAYYOO IRRAA ARGAMU
“Ijoolleen Keessan Yihowaa Akka Jaallatan Leenjisaa”: (Daq. 10)
Dubbii Waaqayyoo Gad Fageenyaan Qoruu: (Daq. 10)
Kes 5:21—Seerri sassata irraa fagaachuu ilaalchisee kenname maal nu barsiisa? (w19.02 22 key. 11)
Dubbisa Kitaaba Qulqulluu torban kanaa keessaa Yihowaa, tajaajila dirree ykn qabxii kan biraa ilaalchisee barumsa akkamii argatte?
Dubbisa Kitaaba Qulqulluu: (Daq. 4) Kes 5:1-21 (th qoʼannaa 5)
TAJAAJILAAF OF QOPHEESSI
Dhugaa Baʼuu: (Daq. 3) Maree fakkeenya taʼuun jalqabi. Kitaaba Qulqulluu akka qoʼatu affeeri, akkasumas viidiyoo Qayyabannaan Macaafa Qulqulluu Akkamitti Geggeeffama? jedhamu beeksisi. (th qoʼannaa 9)
Deddeebii Gaaffii: (Daq. 4) Maree fakkeenya taʼuun jalqabi. Akkuma haala nama haasofsiistuuf taʼutti akkaataa dhiheenyaa kee jijjiiri; caqasa haala isaatiif taʼu isa affeeri. (th qoʼannaa 12)
Qoʼannaa Kitaaba Qulqulluu: (Daq. 5) fg barumsa 9 key. 6-7 (th qoʼannaa 8)
AKKA KIRISTIYAANA TOKKOOTTI JIRAACHUU
“Maatii Keessatti Jaalala Argisiisaa”: (Daq. 15) Mareedhaan kan dhihaatu. Viidiyoo Maatii Keessan Keessatti Jaalala hin Badne Argisiisaa jedhamu taphachiisi.
Qoʼannaa Kitaaba Qulqulluu Gumii: (Daq. 30) rr boq. 9 key. 27-32, saanduqa 9C fi 9D
Yaada Xumuraa (Daq. 3)
Faarfannaa 111 fi Kadhanna