Dhimma ijoo ta'etti seeni

Ittiin baafataa bira dhaqi

BEEKUMSA DUBBII WAAQAYYOO IRRAA ARGAMU

Ijoolleen Keessan Yihowaa Akka Jaallatan Leenjisaa

Ijoolleen Keessan Yihowaa Akka Jaallatan Leenjisaa

Warri jaalala Yihowaadhaaf qaban guddifachuu qabu (Kes 6:5; w05-AM 6/15 20 key. 11)

Ijoollee isaaniitiif fakkeenya gaarii taʼuu qabu (Kes 6:6; w07-AM 5/15 15-16)

Yeroo hunda waaʼee Yihowaa ijoollee isaanii barsiisuu qabu (Kes 6:7; w05-AM 6/15 21 key. 14)

Ijoolleen keessan Yihowaa fi dhugaawwan buʼuuraa isaa akka jaallatan gargaaruuf, Waaqeffannaa maatii dabalatee yeroowwan akkamitti fayyadamuu dandeessu?