Dhimma ijoo ta'etti seeni

Ittiin baafataa bira dhaqi

Waxabajjii 21-27

KEESSA DEEBII 7-8

Waxabajjii 21-27

BEEKUMSA DUBBII WAAQAYYOO IRRAA ARGAMU

  • Gaaʼelaan Isaanitti hin Firoomin”: (Daq. 10)

  • Dubbii Waaqayyoo Gad Fageenyaan Qoruu: (Daq. 10)

    • Kes 8:3—Qophii Yihowaan Israaʼelonni mannaa akka argatan godhe irraa maal baranna? (w04-AM 2/1 13 key. 4)

    • Dubbisa Kitaaba Qulqulluu torban kanaa keessaa Yihowaa, tajaajila dirree ykn qabxii kan biraa ilaalchisee barumsa akkamii argatte?

  • Dubbisa Kitaaba Qulqulluu: (Daq. 4) Kes 7:1-16 (th qoʼannaa 5)

TAJAAJILAAF OF QOPHEESSI

AKKA KIRISTIYAANA TOKKOOTTI JIRAACHUU