Dhimma ijoo ta'etti seeni

Ittiin baafataa bira dhaqi

BEEKUMSA DUBBII WAAQAYYOO IRRAA ARGAMU

“Gaaʼelaan Isaanitti hin Firoomin”

“Gaaʼelaan Isaanitti hin Firoomin”

Yihowaan Israaʼelonni namoota akkuma isaanii isa waaqeffatan keessaa qofa gaaʼela akka godhatan isaan irraa eega ture (Kes 7:3; w12 10/1 11 key. 2)

Yihowaan tajaajiltoonni isaa wanta karaa miiraa isaan miidhu irraa akka fagaatan barbaada (Kes 7:4; w15 3/15 30-31)

Ilaalchi Yihowaan gaaʼelaaf qabu ammas hin jijjiiramne (1Qo 7:39; 2Qo 6:14; w15 8/15 26 key. 12)

AKKANA JEDHII OF GAAFADHU: ‘Gaaʼelli “gooftaadhaan qofa haa taʼu” ajajni jedhu kan na fayyade akkamitti?’