Waxabajjii 28– Adoolessa 4
KEESSA DEEBII 9-10
Faarfannaa 49 fi Kadhannaa
Yaada Seensaa (Daq. 1)
BEEKUMSA DUBBII WAAQAYYOO IRRAA ARGAMU
“Waaqni Kee Yihowaan Maal Si Irraa Barbaada?”: (Daq. 10)
Dubbii Waaqayyoo Gad Fageenyaan Qoruu: (Daq. 10)
Kes 9:1-3—Ilmaan Anaaq “guguddoo fi dhedheeroo” taʼanis Israaʼelonni isaan sodaachuu kan hin qabne maaliifi? (it-1-E 103)
Dubbisa Kitaaba Qulqulluu torban kanaa keessaa Yihowaa, tajaajila dirree ykn qabxii kan biraa ilaalchisee barumsa akkamii argatte?
Dubbisa Kitaaba Qulqulluu: (Daq. 4) Kes 10:1-22 (th qoʼannaa 10)
TAJAAJILAAF OF QOPHEESSI
Dhugaa Baʼuu: (Daq. 3) Maree fakkeenya taʼuun jalqabi. Barreeffama Meeshaalee Barsiisuuf Itti Fayyadamnu keessa jiru tokko kenni. (th qoʼannaa 3)
Deddeebii Gaaffii: (Daq. 4) Maree fakkeenya taʼuun jalqabi. Viidiyoo Kitaaba Qulqulluu Qoʼachuu kan Qabnu Maaliifi? jedhamu erga beeksistee booda (garuu viidiyicha hin taphachiisin) irratti mariʼadhaa. (th qoʼannaa 9)
Qoʼannaa Kitaaba Qulqulluu: (Daq. 5) fg barumsa 12 key. 4-5 (th qoʼannaa 18)
AKKA KIRISTIYAANA TOKKOOTTI JIRAACHUU
Viidiyoo Geemii: Moʼaa Jirta Moo Moʼamaa Jirta?: (Daq. 7) Mareedhaan kan dhihaatu. Viidiyicha taphachiisi. Achiis akkana jedhii dhaggeeffattoota gaafadhu: Geemiin maal si jalaa hatuu dandaʼa? Jireenya kee keessatti wantoonni geemii caalaa barbaachisaa taʼan maalfaʼi? (Efe 5:15, 16) Geemiin taphachuuf filattu waaʼee eenyummaa keetii maal dubbata? Jireenya keessatti dhugumaan moʼuu kan dandeessu akkamitti?
“Dhugaatii Alkoolii Ilaalchisee Murtoo Gaarii Godhi”: (Daq. 8) Mareedhaan kan dhihaatu. Viidiyoo Dhugaatii Alkoolii Dhuguu Kee Dura Itti Yaadi jedhamu taphachiisi.
Qoʼannaa Kitaaba Qulqulluu Gumii: (Daq. 30) rr boq. 10 key. 1-7 fi viidiyoo beeksisaa
Yaada Xumuraa (Daq. 3)
Faarfannaa 3 fi Kadhanna