Dhimma ijoo ta'etti seeni

Ittiin baafataa bira dhaqi

BEEKUMSA DUBBII WAAQAYYOO IRRAA ARGAMU

“Waaqni Kee Yihowaan Maal Si Irraa Barbaada?”

“Waaqni Kee Yihowaan Maal Si Irraa Barbaada?”

Kabajaa fi jaalala isaaf qabdaniin kakaʼuudhaan Yihowaadhaaf ajajamaa (Kes 10:12; w09-AM 10/1 10 key. 3-4)

Ajajamuun eebba argamsiisa (Kes 10:13; w09-AM 10/1 10 key. 6)

Yihowaan akka isatti dhihaannu barbaada (Kes 10:15; cl 18 key. 2)

Yihowaan akka isaaf ajajamnu nu hin dirqisiisu. Kanaa mannaa, “garaadhaa” akka isa jaallannuu fi isaaf ajajamnu barbaada. (Rom 6:17) Namoonni Yihowaa tajaajiluuf filatan jireenya hunda irra wayyu jiraatu.