Toongaatti yeroo lallabamu

BARREEFFAMA QO'ANNAA WALGA'II JIREENYAA FI TAJAAJILA KIRISTIYAANAA Caamsaa 2018

Maree Fakkeenya Taʼu

Maree fakkeenya taʼuu fi ilmaan namootaa fi lafa wajjin haala walqabateen wanta gara fuulduraatti ta’u dubbatu.

BEEKUMSA DUBBII WAAQAYYOO IRRAA ARGAMU

Muka Dhiphinaa Keessan Baadhaatii Yeroo Hunda Ana Duuka Buʼaa

Yeroo hunda kadhachuu, Kitaaba Qulqulluu qoʼachuu, tajaajiluu fi walgaʼii irratti argamuu kan qabnu maaliifi?

AKKA KIRISTIYAANA TOKKOOTTI JIRAACHUU

Ijoolleen Keessan Kiristoos Duuka Akka Buʼan Gargaaraa

Warri, ijoolleen isaanii jireenya isaanii Yihowaadhaaf akka murteessanii fi akka cuuphaman gargaaruuf maal gochuu dandaʼu?

BEEKUMSA DUBBII WAAQAYYOO IRRAA ARGAMU

Mulʼata Amantii Namaa Cimsu

Yesuus dinqiidhaan jijjiiramuun isaa Pheexiros irratti dhiibbaa akkamii geessise? Raajiiwwan Kitaaba Qulqulluu dhiibbaa akkamii nu irratti geessisu?

AKKA KIRISTIYAANA TOKKOOTTI JIRAACHUU

“Wanta Waaqayyo Walitti Hidhe . . . ”

Hiriyoonni gaaʼelaa Kiristiyaanota taʼan waadaa gaaʼelaatiif iddoo guddaa kennu; akkasumas dhugaawwan buʼuuraa Kitaaba Qulqulluu hojii irra oolchuudhaan rakkina isaanii furuuf carraaqqii godhu.

BEEKUMSA DUBBII WAAQAYYOO IRRAA ARGAMU

Hunda Isaanii Caalaa Buusii Guddaa Kennite

Seenaa dubartii abbaan manaa jalaa duʼe sun saanduqa buusii keessa saantimoota gatii guddaa hin qabne lama buusii gochuu ishii dubbatu irraa maal baranna?

BEEKUMSA DUBBII WAAQAYYOO IRRAA ARGAMU

Nama Sodaachuun Kiyyoo Akka Isiiniitti hin Taane Of Eeggadhaa

Ergamoonni Yesuus dhiibbaa isaan irra gaʼeen kan mooʼaman maaliifi? Yesuus erga duʼaa kaʼee booda, mormiin kan jiru taʼus lallabuuf maaltu isaan gargaare?

AKKA KIRISTIYAANA TOKKOOTTI JIRAACHUU

Yihowaan Akka Ati hin Sodaanne Si Gargaara

Barachaa kan jirtu yoo taʼe, Dhugaa Baatuu Yihowaa akka taate dubbachuu fi dhugaa baʼuun si sodaachisee beekaa? Taanaan, waaʼee Yihowaa dubbachuuf ija jabina argachuu kan dandeessu akkamitti?