Dhimma ijoo ta'etti seeni

Ittiin baafataa bira dhaqi

Caamsaa 21-27

MAARQOS 11-12

Caamsaa 21-27
  • Faarfannaa 34 fi Kadhannaa

  • Yaada Seensaa (Daq. 3 ykn isaa gad)

BEEKUMSA DUBBII WAAQAYYOO IRRAA ARGAMU

  • Hunda Isaanii Caalaa Buusii Guddaa Kennite”: (Daq. 10)

    • Mar 12:41, 42—Yesuus dubartiin abbaa manaa irraa duʼee fi hiyyeettii taate takka, saanduqa buusii keessa saantima gatii guddaa hin qabne lama buusii yommuu gootu ilaaleera (nwtsty-AM qabxiiwwan qoʼannaa)

    • Mar 12:43—Yesuus aarsaa ishiin kaffalteef ishii dinqisiifateera; akkasumas barattoota isaatti waaʼee ishii dubbateera (w97-AM 10/15 16-17 key. 16-17)

    • Mar 12:44—Buusiin dubartiin abbaan manaa jalaa duʼe tun goote Yihowaa duratti gatii guddaa qaba (w97-AM 10/15 17 key. 17; w87-E 12/1 30 key. 1; cl 221 key. 15)

  • Dubbii Waaqayyoo Gad Fageenyaan Qoruu: (Daq. 8)

    • Mar 11:17—Yesuus mana qulqullummaa ‘mana kadhannaa saboota hundaa’ jedhee kan waame maaliifi? (nwtsty-AM qabxii qoʼannaa)

    • Mar 11:27, 28—Mormitoonni Yesuus “wantoota” yeroo jedhan waaʼee maalii dubbachuu isaanii ture? (jy 244 key. 7)

    • Dubbisni Kitaaba Qulqulluu torban kanaa waaʼee Yihowaa maal si barsiise?

    • Dubbisa Kitaaba Qulqulluu torban kanaa keessaa barumsa kan biraa akkamii argatte?

  • Dubbisa Kitaaba Qulqulluu: (Daq. 4 ykn isaa gad) Mar 12:13-27

TAJAAJILAAF OF QOPHEESSI

  • Dhugaa Baʼuu: (Daq. 2 ykn isaa gad) Maree fakkeenya taʼutti fayyadamuudhaan jalqabi. Namni haasofsiistu yaada mormii naannoo keessanitti baramaa taʼe tokko kaasa.

  • Deddeebii Gaaffii Jalqabaa: (Daq. 3 ykn isaa gad) Maree fakkeenya taʼutti fayyadamuudhaan jalqabi. Namni haasofsiistu fira isaa tokko duʼaan akka dhabe sitti hima.

  • Deddeebii Gaaffii Lammaffaa—Viidiyoo: (Daq. 5) Viidiyicha taphachiisiitii irratti mariʼadhaa.

AKKA KIRISTIYAANA TOKKOOTTI JIRAACHUU

  • Faarfannaa 118

  • Yihowaatti Amanamuun Milkaaʼina Argamsiisa: (Daq. 15) Viidiyicha taphachiisi (FROM OUR STUDIO jalaa argama).

  • Qoʼannaa Kitaaba Qulqulluu Gumii: (Daq. 30) jy boq. 2

  • Irra Deebii fi Yaada Gabaabaa Barumsa Torban Itti Aanuu (Daq. 3)

  • Faarfannaa 137 fi Kadhannaa