Dhimma ijoo ta'etti seeni

Ittiin baafataa bira dhaqi

BEEKUMSA DUBBII WAAQAYYOO IRRAA ARGAMU | MAARQOS 11-12

Hunda Isaanii Caalaa Buusii Guddaa Kennite

Hunda Isaanii Caalaa Buusii Guddaa Kennite

12:41-44

Wantoota kanaa gadii wajjin haala wal qabateen seenaan kun maal nu barsiisa?

  • Yihowaan wanta hojjennu ni dinqisiifata

  • Tajaajila Yihowaa irratti wanta dandeessan hunda godhaa

  • Wanta amma gochuu dandeessan, isa kanaan dura gochuu dandeessan wajjin ykn wanta namoonni kaan gochuu dandaʼan wajjin wal bira hin qabinaa

  • Namoonni hiyyeessota taʼan hammi isaa xinnoo yoo taʼe illee kennuu irraa duubatti jechuu hin qaban

Barumsa kan biraa akkamii argatte?