Caamsaa 28–Waxabajjii 3
MAARQOS 13-14
Faarfannaa 55 fi Kadhannaa
Yaada Seensaa (Daq. 3 ykn isaa gad)
BEEKUMSA DUBBII WAAQAYYOO IRRAA ARGAMU
“Nama Sodaachuun Kiyyoo Akka Isinitti hin Taane Of Eeggadhaa”: (Daq. 10)
Mar 14:29, 31—Ergamoonni Yesuus isa ganuuf hin yaanne ture
Mar 14:50—Yommuu Yesuus hidhamutti ergamoonni isaa hundi isa dhiisanii baqataniiru
Mar 14:47, 54, 66-72—Pheexiros Yesuus cinaa dhaabbachuu fi fagootti isa duuka buʼuuf ija jabina akka qabu argisiisee ture; yeroo booda garuu si’a sadi isa ganeera (ia 230 key. 14; it-2-E 619 key. 6)
Dubbii Waaqayyoo Gad Fageenyaan Qoruu: (Daq. 8)
Mar 14:51, 52—Dargaggeessi qullaa isaa baqate eenyu taʼuu dandaʼa? (w08 2/15 30 key. 6)
Mar 14:60-62—Yesuus gaaffii angafti lubootaa isa gaafateef deebii kennuuf kan filate maaliif taʼuu danda’a? (jy 287 key. 4)
Dubbisni Kitaaba Qulqulluu torban kanaa waaʼee Yihowaa maal si barsiise?
Dubbisa Kitaaba Qulqulluu torban kanaa keessaa barumsa kan biraa akkamii argatte?
Dubbisa Kitaaba Qulqulluu: (Daq. 4 ykn isaa gad) Mar 14:43-59
TAJAAJILAAF OF QOPHEESSI
Deddeebii Gaaffii Lammaffaa: (Daq. 3 ykn isaa gad) Maree fakkeenya taʼutti fayyadamuudhaan jalqabi. Namni haasofsiistu walgaʼii irratti akka argamu affeeri.
Deddeebii Gaaffii Sadaffaa: (Daq. 3 ykn isaa gad) Caqasa mataa keetii filadhu. Barreeffama qoʼachiisuuf itti fayyadamnu tokko kenni.
Qoʼannaa Kitaaba Qulqulluu: (Daq. 6 ykn isaa gad) bhs 181-182 key. 17-18
AKKA KIRISTIYAANA TOKKOOTTI JIRAACHUU
“Yihowaan Akka Ati hin Sodaanne Si Gargaara”: (Daq. 15) Mareedhaan kan dhihaatu. Viidiyicha taphachiisi (IJOOLLEE jalaa argama).
Qoʼannaa Kitaaba Qulqulluu Gumii: (Daq. 30) jy boq. 3
Irra Deebii fi Yaada Gabaabaa Barumsa Torban Itti Aanuu (Daq. 3)
Faarfannaa 141 fi Kadhannaa