Dhimma ijoo ta'etti seeni

Ittiin baafataa bira dhaqi

BEEKUMSA DUBBII WAAQAYYOO IRRAA ARGAMU | MAARQOS 13-14

Nama Sodaachuun Kiyyoo Akka Isiiniitti hin Taane Of Eeggadhaa

Nama Sodaachuun Kiyyoo Akka Isiiniitti hin Taane Of Eeggadhaa

Ergamoonni Yesuus dhiibbaa isaan irra gaʼeen kan mooʼaman maaliifi?

14:29, 31

  • Garmalee ofitti amanamanii turan. Pheexiros ergamoota kaan caalaa Yesuusiif amanamaa akka taʼu isatti dhagaʼamee ture

14:32, 37-41

  • Dammaqanii eeguu isaanii itti hin fufne; akkasumas hin kadhanne turan

Yesuus erga duʼaa kaʼee booda, ergamoonni yaada geddaratan sodaa namaatiin akka hin mooʼamne, akkasumas mormiin kan jiru taʼus lallabuu isaanii akka itti fufan maaltu isaan gargaare?

13:9-13

  • Akeekkachiisa Yesuus isaaniif kenneef xiyyeeffannaa kennaniiru; kun immoo mormii fi ariʼatama isaan irra gaʼeef akka harka hin kennine isaan gargaareera

  • Yihowaatti amanamaniiru, akkasumas kadhataniiru.—HoE 4:24, 29

Haalawwan akkamiitu ija jabina keenya qoruu dandaʼa?