Dhimma ijoo ta'etti seeni

Ittiin baafataa bira dhaqi

AKKA KIRISTIYAANA TOKKOOTTI JIRAACHUU

Yihowaan Akka Ati hin Sodaanne Si Gargaara

Yihowaan Akka Ati hin Sodaanne Si Gargaara

Barachaa kan jirtu yoo taʼe, Dhugaa Baatuu Yihowaa akka taate dubbachuu fi dhugaa baʼuun si sodaachisee beekaa? Taanaan, waaʼee Yihowaa dubbachuuf ija jabina argachuu kan dandeessu akkamitti? (1Tas 2:2) Akkana gochuuf hoo sababiiwwan akkamii qabda? Viidiyoo Yihowaan Akka Ati hin Sodaanne Si Gargaara jedhamu erga ilaaltanii booda, gaaffilee kanaa gadii deebisuuf yaalaa:

  1. Fakkeenyi Kitaaba Qulqulluu Soofiyaan ija jabina akka argattu ishii gargaare isa kami?

  2. Sagantaan shaakalaa Soofiyaa kan fayyade akkamitti?

  3. Ijoollee sii wajjin barataniif dhugaa baʼuu kan qabdu maaliifi?

  4. Amma barumsa irra kan hin jirre taʼus, viidiyoo kana irraa maal baratte?