Caamsaa 7-13
Maarqos 7-8
Faarfannaa 13 fi Kadhannaa
Yaada Seensaa (Daq. 3 ykn isaa gad)
BEEKUMSA DUBBII WAAQAYYOO IRRAA ARGAMU
“Muka Dhiphinaa Keessan Baadhaatii Yeroo Hunda Ana Duuka Buʼaa”: (Daq. 10)
Mar 8:34— Kiristoos duuka bu’uuf of ganuu qabna (nwtsty-AM qabxii qoʼannaa; w92-E 8/1 17 key. 14)
Mar 8:35-37—Yesuus gaaffiiwwan xiyyeeffannaa namaa harkisanii fi wantoota dursa kennuufii qabnu irratti akka xiyyeeffannu nu gargaaran lama gaafateera (w08 10/15 25-26 key. 3-4)
Mar 8:38—Kiristoos duuka buʼuuf ija jabinni barbaachisaa dha (jy 143 key. 4)
Dubbii Waaqayyoo Gad Fageenyaan Qoruu: (Daq. 8)
Mar 7:5-8—Harka dhiqachuun Fariisotaaf dhimma guddaa kan ture maaliifi? (w16.08 30 key. 1-4)
Mar 7:32-35—Gaarummaan Yesuus namicha gurri isaa duude kanatti argisiise fakkeenya kan nuuf ta’u akkamitti? (w00-AM 2/15 17-18 key. 9-11)
Dubbisni Kitaaba Qulqulluu torban kanaa waaʼee Yihowaa maal si barsiise?
Dubbisa Kitaaba Qulqulluu torban kanaa keessaa barumsa kan biraa akkamii argatte?
Dubbisa Kitaaba Qulqulluu: (Daq. 4 ykn isaa gad) Mar 7:1-15
TAJAAJILAAF OF QOPHEESSI
Dhugaa Baʼuu—Viidiyoo: (Daq. 4) Viidiyicha taphachiisiitii irratti mariʼadhaa.
Deddeebii Gaaffii Jalqabaa: (Daq. 3 ykn isaa gad) Maree fakkeenya taʼutti fayyadami.
Qoʼannaa Kitaaba Qulqulluu: (Daq. 6 ykn isaa gad) bhs 165-166 key. 6-7
AKKA KIRISTIYAANA TOKKOOTTI JIRAACHUU
Akka Gumichaaf Barbaachisutti Itti Fayyadamaa: (Daq. 5)
“Ijoolleen Keessan Kiristoos Duuka Akka Buʼan Gargaaraa”: (Daq. 10) Mareedhaan kan dhihaatu.
Qoʼannaa Kitaaba Qulqulluu Gumii: (Daq. 30) jy ful. 6-7
Irra Deebii fi Yaada Gabaabaa Barumsa Torban Itti Aanuu (Daq. 3)
Faarfannaa 13 fi Kadhannaa