Dhimma ijoo ta'etti seeni

Ittiin baafataa bira dhaqi

BEEKUMSA DUBBII WAAQAYYOO IRRAA ARGAMU | MAARQOS 7-8

Muka Dhiphinaa Keessan Baadhaatii Yeroo Hunda Ana Duuka Buʼaa

Muka Dhiphinaa Keessan Baadhaatii Yeroo Hunda Ana Duuka Buʼaa

8:34

Yesuus ‘yeroo hunda ana duukaa buʼaa’ jedheera. Kanaafuu, jabaannee dhaabbachuu qabna. Wantoota kanaa gadi jiran yeroo raawwattutti kana gochuuf kan carraaqxu akkamitti?

  • Kadhannaa

  • Qoʼannaa

  • Tajaajila

  • Walgaʼii irratti argamuu

  • Walgaʼii irratti yaada kennuu