Dhimma ijoo ta'etti seeni

Ittiin baafataa bira dhaqi

Maree Fakkeenya Taʼu

Maree Fakkeenya Taʼu

●○○ DHUGAA BAʼUU

Gaaffii: Waaʼee gara fuulduraa beekuu kan dandeenyu akkamitti?

Caqasa: Isa 46:10

Yeroo Itti Aanuuf: Waaqayyo ilmaan namootaa fi lafa ilaalchisee maal gochuuf waadaa gale?

○●○ DEDDEEBII GAAFFII JALQABAA

Gaaffii: Waaqayyo ilmaan namootaa fi lafa ilaalchisee maal gochuuf waadaa gale?

Caqasa: Far 37:29

Yeroo Itti Aanuuf: Abdiiwwan Kitaaba Qulqulluu yeroo raawwataman akka arginu mirkanaaʼoo taʼuu kan dandeenyu akkamitti?

○○● DEDDEEBII GAAFFII LAMMAFFAA

Gaaffii: Abdiiwwan Kitaaba Qulqulluu yeroo raawwataman akka arginu mirkanaaʼoo taʼuu kan dandeenyu akkamitti?

Caqasa: Far 37:34

Yeroo Itti Aanuuf: Karaan jireenyaa Waaqayyo akka hordofnuuf nu affeere isa kami?