Dhimma ijoo ta'etti seeni

Ittiin baafataa bira dhaqi

BEEKUMSA DUBBII WAAQAYYOO IRRAA ARGAMU | Iyoob 21-27

Iyoob Yaada Dogoggoraa Moʼeera

Iyoob Yaada Dogoggoraa Moʼeera

Seexanni tajaajiltoota Yihowaa yeroo harʼaa jiran abdii kutachiisuuf sobatti fayyadama. Akkuma Kitaaba Iyoob keessatti ibsame, garaa garummaa soba Seexanni dubbatuu fi wanta dhugumaan Yihowaatti dhagaʼamu gidduu jiru hubadhu. Caqasawwan Kitaaba Qulqulluu Yihowaan dhugumaan akka siif yaadu mirkaneessan dabalataa tarreessi.

SOBA SEEXANNI DUBBATU

WANTA DHUGUMAAN YIHOWAATTI DHAGAʼAMU

Waaqayyo tajaajiltoota isaa irraa wanta hedduu waan eeguuf wanta isaan godhanitti hin gammadu. Uumamni kam iyyuu isa gammachiisuu hin dandaʼu (Iyo 4:18; 25:5)

Namni Waaqayyo duratti gatii hin qabu (Iyo 22:2)

Qajeelaa yoo taates Waaqayyo dhimma hin qabu (Iyo 22:3)

Yihowaan carraaqqii xinnoo nuti goonu ni dinqisiifata (Iyo 36:5)

Yihowaan tajaajila amanamummaadhaan dhiheessinu ni fudhata; ni eebbisas (Iyo 33:26; 36:11)

Yihowaan namoota qajeeloo irraa ija isaa hin buqqifatu (Iyo 36:7)