Dhimma ijoo ta'etti seeni

Ittiin baafataa bira dhaqi

Ebla 18-24

Iyoob 28-32

Ebla 18-24
  • Faarfannaa 17 fi Kadhannaa

  • Yaada Seensaa (Daq. 3 ykn isaa gad)

BEEKUMSA DUBBII WAAQAYYOO IRRAA ARGAMU

TAJAAJILAAF OF QOPHEESSI

  • Guyyaa Jalqabaa: wp16.2 11-13—Deebitee dhaquudhaaf haala mijeessi. (Daq. 2 ykn isaa gad)

  • Deddeebii Gaaffii: wp16.2 11-13—Deebitee dhaquudhaaf haala mijeessi. (Daq. 4 ykn isaa gad)

  • Qoʼannaa Kitaaba Qulqulluu: bh ful. 148 key. 8-9 (Daq. 6 ykn isaa gad)

AKKA KIRISTIYAANA TOKKOOTTI JIRAACHUU

  • Faarfannaa 48

  • Amanamummaa Warra Kaanii Irraa Barachuu (1Phe 5:9): (Daq. 15) Mareedhaan kan dhihaatu. Viidiyoo Haarooldi Kiingi: Mana Hidhaa Keessattis Amanamaa Taʼeera jedhu taphachiisi. Achiis gaaffiiwwan armaan gadii irratti mariʼadhaa: Obboleessi keenya Kiingi yeroo mana hidhaa turetti karaa hafuraa jabaatee kan dhaabate akkamitti? Faarfannaawwan Mootummichaa faarfachuun haala rakkisaa nu mudatu dandamachuuf nu gargaaruu kan dandaʼu akkamitti? Amantii cimaan obboleessi keenya Kiingi argisiise kan isin jajjabeesse akkamitti?

  • Qoʼannaa Kitaaba Qulqulluu Gumii: ia boq. 3 key. 14-21, saanduqa ful. 34, irra deebii ful. 37 (Daq. 30)

  • Irra Deebii fi Yaada Gabaabaa Barumsa Torban itti Aanuu (Daq. 3)

  • Faarfannaa 40 fi Kadhannaa