Dhimma ijoo ta'etti seeni

Ittiin baafataa bira dhaqi

BEEKUMSA DUBBII WAAQAYYOO IRRAA ARGAMU | IYOOB 28-32

Iyoob Amanamummaa Eeguu Ilaalchisee Fakkeenya Taʼa

Iyoob Amanamummaa Eeguu Ilaalchisee Fakkeenya Taʼa

Iyoob ulaagaa Yihowaan naamusaaf baase hordofuuf kutatee ture

31:1

  • Ija isaa ni toʼata ture; miira jaalalaatiin kan ilaalus haadha manaa isaa qofa ture

Iyoob akkaataa namoota itti qabu irratti fakkeenya gaarii taʼa

31:13-15

  • Nama gad of qabu, haqa qabeessaa fi gara laafessa ture. Iddoon hawaasa keessatti qabanis taʼe haalli dinagdee isaanii maal iyyuu yoo taʼe namoota hundaaf kan yaadu ture

Iyoob ofittoo hin turre; kanaa mannaa arjaa ture

31:16-19

  • Namoota gargaarsi isaan barbaachisu ni gargaara ture