Ebla 25–Caamsaa 1
Iyoob 33-37
Faarfannaa 50 fi Kadhannaa
Yaada Seensaa (Daq. 3 ykn isaa gad)
BEEKUMSA DUBBII WAAQAYYOO IRRAA ARGAMU
“Michuun Dhugaa Gorsa Nama Jajjabeessu Namaa Kenna”: (Daq. 10)
Iyo 33:1-5—Eliihuun Iyoobiif ulfina akka kennu argisiiseera (w95-AM 2/15 ful. 28 key. 5- ful. 29 key. 3)
Iyo 33:6, 7—Eliihuun nama gad of qabuu fi nama gaarii ture (w95-AM 2/15 ful. 28 key. 5-ful. 29 key. 3)
Iyo 33:24, 25—Eliihuun yommuu gorsa isaaf kennutti illee Iyoobiin jajjabeesseera (w11-AM 4/1 ful. 23 key. 3; w09 4/15 ful. 4 key. 8)
Dubbii Waaqayyoo Gad Fageenyaan Qoruu: (Daq. 8)
Iyo 33:24, 25—‘Fureen’ Eliihuun caqase maal taʼuu dandaʼa? (w11-AM 4/1 ful. 23 key. 3-5)
Iyo 34:36—Iyoob qorumsi kan isa irra gaʼe hanga maaliitti dha? Kuni hoo maal nu barsiisa? (w94-AM 11/15 ful. 17 key. 10)
Dubbisni Kitaaba Qulqulluu torban kanaa waaʼee Yihowaa maal na barsiisa?
Dubbisa Kitaaba Qulqulluu torban kanaa keessaa qabxiin tajaajila irratti itti fayyadamuu dandaʼu isa kami?
Dubbisa Kitaaba Qulqulluu: Iyo 33:1-25 (Daq. 4 ykn isaa gad)
TAJAAJILAAF OF QOPHEESSI
Guyyaa Jalqabaa: Ittiin lixa akka fakkeenyaatti kennametti fayyadamuudhaan waraqaa afeerrii walgaʼii naannoo 2016 kenni. (Daq. 2 ykn isaa gad)
Deddeebii Gaaffii: fg barumsa 12 key. 4-5—Nama waraqaa afeerrii walgaʼii naannoo fudhateef deddeebiin gaaffii yommuu godhamu hojiin argisiisaan dhiheessi. Deebitee dhaquudhaaf haala mijeessi. (Daq. 4 ykn isaa gad)
Qoʼannaa Kitaaba Qulqulluu: jl barumsa 11—Barataan kee walgaʼii naannoo irratti akka argamu jajjabeessi. (Daq. 6 ykn isaa gad)
AKKA KIRISTIYAANA TOKKOOTTI JIRAACHUU
Faarfannaa 25
“Yaadachiisawwan Walgaʼii Naannoo”: (Daq. 8) Haasaadhaan kan dhihaatu. Viidiyoo Yaadachiisawwan Walgaʼii Naannoo jedhamu taphachiisi. Karoora guyyaa sadanuu walgaʼicha irratti argamuuf baafatan akka mirkaneeffatan hunduma isaanii jajjabeessi. Qophii gumichi waraqaa afeerrii walgaʼii naannoo raabsuuf godhe addeessi.
Akka gumichaaf barbaachisutti itti fayyadamaa: (Daq. 7)
Qoʼannaa Kitaaba Qulqulluu Gumii: ia boq. 4 key. 1-15, saanduqa ful. 45 (Daq. 30)
Irra Deebii fi Yaada Gabaabaa Barumsa Torban itti Aanuu (Daq. 3)
Kadhannaa 3 fi Kadhannaa