Jechoota Gaarummaa Argisiisaniin Warra Kaan Jajjabeessaa!
Namni gorsa kennu dubbiin isaa warra kaan kan jajjabeessu taʼuu qaba
-
Iyoob baayʼee gaddee fi dhiphatee waan tureef deggersii fi jajjabinni warra kaanii isa barbaachisee ture
-
Michoonni Iyoob sadan wanta isa jajjabeessu tokko illee hin dubbanne. Kanaa mannaa, isa ceephaʼuudhaan caalaatti isa dhiphisan