Ebla 10-16
ERMIYAAS 22-24
Faarfannaa 36 fi Kadhannaa
Yaada Seensaa (Daq. 3 ykn isaa gad)
BEEKUMSA DUBBII WAAQAYYOO IRRAA ARGAMU
“‘Garaa Ittiin’ Yihowaa ‘Beektan’ Qabduu?”: (Daq. 10)
Er 24:1-3—Yihowaan namoota harbuutti fakkeesseera (w13 3/15 8 key. 2)
Er 24:4-7—Harbuu gaariin, namoota ergicha fudhatanii fi garaa ajajamu qaban argisiisa (w13 3/15 8 key. 4)
Er 24:8-10—Harbuu badaan immoo, namoota finciltoota taʼanii fi garaa hin ajajamne qaban argisiisa (w13 3/15 8 key. 3)
Dubbii Waaqayyoo Gadi Fageenyaan Qoruu: (Daq. 8)
Er 22:30—Labsiin kun Yesuus mirga teessoo Daawit dhaaluuf qabu kan isa hin dhabsiisne maaliifi? (w07-AM 3/15 10 key. 9)
Er 23:33—“Baʼaan Waaqayyo” maali dha? (w07-AM 3/15 11 key. 1)
Dubbisni Kitaaba Qulqulluu torban kanaa waaʼee Yihowaa maal si barsiisa?
Dubbisa Kitaaba Qulqulluu torban kanaa keessaa barumsawwan kan biraa akkamii argadheera?
Dubbisa Kitaaba Qulqulluu: (Daq. 4 ykn isaa gad) Er 23:25-36
TAJAAJILAAF OF QOPHEESSI
Guyyaa Jalqabaa: (Daq. 2 ykn isaa gad) g17.2 fuula jalqabaa—Deebitee dhaquudhaaf haala mijeessi.
Deddeebii Gaaffii: (Daq. 4 ykn isaa gad) g17.2 fuula jalqabaa—Deebitee dhaquudhaaf haala mijeessi.
Qoʼannaa Kitaaba Qulqulluu: (Daq. 6 ykn isaa gad) lv 5 key. 1-2—Akkamitti garaa baratichaa tuquun akka dandaʼamu argisiisi.
AKKA KIRISTIYAANA TOKKOOTTI JIRAACHUU
“Kiristiyaana Duubatti Deebiʼe Gargaaruu ni Dandeessu”: (Daq. 15) Mareedhaan kan dhihaatu. Viidiyoo Warra Duubatti Deebiʼan Jajjabeessaa jedhamu taphachiisi (kutaa THE BIBLE jalaa argama).
Qoʼannaa Kitaaba Qulqulluu Gumii: (Daq. 30) kr boq. 4 key. 7-15, saanduqa “Masaraan Eegumsaa Maqaa Waaqayyoo Ol Ol Kan Godhe Akkamitti?” fi saanduqa “Sababii Guddaa Itti Lallabnu”
Irra Deebii fi Yaada Gabaabaa Barumsa Torban Itti Aanuu (Daq. 3)
Faarfannaa 20 fi Kadhannaa