Dhimma ijoo ta'etti seeni

Ittiin baafataa bira dhaqi

BEEKUMSA DUBBII WAAQAYYOO IRRAA ARGAMU | ERMIYAAS 22-24

‘Garaa Ittiin’ Yihowaa ‘Beektan’ Qabduu?

‘Garaa Ittiin’ Yihowaa ‘Beektan’ Qabduu?

Yihowaan namoota harbuu wajjin wal fakkeesseera

24:5

  • Yihudoonni amanamoon warra Baabilonitti boojuudhaan geeffaman gidduu turan harbuu gaariitti fakkeeffamaniiru

24:8

  • Zedeqiiyaa Mootichi inni amanamaa hin taanee fi namoonni wanta hama hojjetan kan biraan immoo harbuu badaatti fakkeeffamaniiru

‘Garaa Ittiin’ Yihowaa ‘Beeknu’ qabaachuu kan dandeenyu akkamitti?

24:7

  • Dubbii isaa kan qoʼannuu fi hojii irra kan oolchinu yoo taʼe, Yihowaan ‘garaa ittiin isa beeknu’ nuu kenna

  • Garaa keenya haqaan qoruu, akkasumas amalaa fi hawwii hamaa hariiroo Yihowaa wajjin qabnu nu jalaa balleessu buqqisnee of keessaa baasuu qabna

Mee Yaadi: ‘Garaan Ittiin’ Yihowaa ‘Beeku’ Qabaa? Garaa akkasii qabaachuu kanan dandaʼu akkamitti?