Ebla 17-23
ERMIYAAS 25-28
Faarfannaa 73 fi Kadhannaa
Yaada Seensaa (Daq. 3 ykn isaa gad)
BEEKUMSA DUBBII WAAQAYYOO IRRAA ARGAMU
“Akkuma Ermiyaas Ija Jabeeyyii Taʼaa”: (Daq. 10)
Er 26:2-6—Yihowaan, Ermiyaas ergaa akeekkachiisaa akka labsuuf isa ajaje (w09-AM 12/1 24 key. 6)
Er 26:8, 9, 12, 13—Ermiyaas mormitoonni isaa akka isa sodaachisan hin heyyamne (jr-E 21 key. 13)
Er 26:16, 24—Yihowaan raajii isaa isa ija jabeessa taʼeef eegumsa godheera (w09-AM 12/1 25 key. 1)
Dubbii Waaqayyoo Gadi Fageenyaan Qoruu: (Daq. 8)
Er 27:2, 3—Ergamoonni biyyoota garaa garaa gara Yerusaalem kan dhufan maaliif taʼuu dandaʼa? Ermiyaas hoo waanjoo kan isaaniif hojjete maaliifi? (jr-E 27 key. 21)
Er 28:11—Ermiyaas, Hanaaniyaa yommuu morme tarkaanfii ogummaa irratti hundaaʼe kan fudhate akkamitti? Nuti hoo fakkeenya isaa irraa maal baranna? (jr-E 187-188 key. 11-12)
Dubbisni Kitaaba Qulqulluu torban kanaa waaʼee Yihowaa maal si barsiisa?
Dubbisa Kitaaba Qulqulluu torban kanaa keessaa barumsawwan kan biraa akkamii argadheera?
Dubbisa Kitaaba Qulqulluu: (Daq. 4 ykn isaa gad) Er 27:12-22
TAJAAJILAAF OF QOPHEESSI
Guyyaa Jalqabaa: (Daq. 2 ykn isaa gad) T-36 —Deddeebii gaaffiitiif haala mijeessi.
Deddeebii Gaaffii: (Daq. 4 ykn isaa gad) T-36 —Deddeebii gaaffiitiif haala mijeessi.
Qoʼannaa Kitaaba Qulqulluu: (Daq. 6 ykn isa gad) lv 7 key. 4-5—Akkamitti garaa baratichaa tuquun akka dandaʼamu argisiisi.
AKKA KIRISTIYAANA TOKKOOTTI JIRAACHUU
Faarfannaa 61
“Faarfannaawwan Mootummichaa Ija Jabina Akka Qabaannu Nu Gargaaru”: (Daq. 15) Mareedhaan kan dhihaatu. Viidiyoo Faarfannaa Hojjetoota Jajjabeesse jedhu taphachiisi (viidiyoon kun kutaa INTERVIEWS AND EXPERIENCES jalaa argama).
Qoʼannaa Kitaaba Qulqulluu Gumii: (Daq. 30) kr boq. 4 key. 16-23 fi saanduqa “Mootummichi Isiniif Hammam Dhugoomeera?”
Irra Deebii fi Yaada Gabaabaa Barumsa Torban Itti Aanuu (Daq. 3)
Faarfannaa 29 fi Kadhannaa