Dhimma ijoo ta'etti seeni

Ittiin baafataa bira dhaqi

BEEKUMSA DUBBII WAAQAYYOO IRRAA ARGAMU | ERMIYAAS 29-31

Yihowaan Kakuu Haaraan Akka Hundeeffamu Dursee Raajii Dubbateera

Yihowaan Kakuu Haaraan Akka Hundeeffamu Dursee Raajii Dubbateera

Yihowaan, faayidaa bara baraa akka argamsiisuuf jecha kakuun Seerichaa kakuu haaraadhaan akka bakka buufamu dursee raajii dubbateera.

KAKUU SEERICHAA

 

KAKUU HAARAA

Yihowaa fi saba Israaʼel

KAN IRRATTI HIRMAATAN

Yihowaa fi Israaʼeloota hafuuraa

Musee

ARAARSAA

Yesuus Kiristoos

Aarsaa horiitiin

HOJII IRRA KAN OOLE

Aarsaa Yesuusiin

Gabateewwan dhagaa irratti

KAN BARREEFFAME

Garaa namootaa irratti