Dhimma ijoo ta'etti seeni

Ittiin baafataa bira dhaqi

Ebla 3-9

ERMIYAAS 17-21

Ebla 3-9
  • Faarfannaa 88 fi Kadhannaa

  • Yaada Seensaa (Daq. 3 ykn isaa gad)

BEEKUMSA DUBBII WAAQAYYOO IRRAA ARGAMU

  • Yihowaan Ilaalchaa fi Amala Keessan Akka Sirreessu Heyyamaa”: (Daq. 10)

    • Er 18:1-4—Namni suphee dhaʼu suphicha irratti aangoo qaba (w99-AM 4/1 22 key. 3)

    • Er 18:5-10—Yihowaan ilmaan namootaa irratti aangoo qaba (it-2-E 776 key. 4)

    • Er 18:11—Yihowaan akka isin sirreessu heyyamaa (w99-AM 4/1 22 key. 4-5)

  • Dubbii Waaqayyoo Gadi Fageenyaan Qoruu: (Daq. 8)

    • Er 17:9—Garaan namaa akka nama gowwoomsu kan beekamu akkamitti? (w01-AM 10/15 25 key. 13)

    • Er 20:7—Yihowaan Ermiyaas irratti kan jabaatee fi kan isa gowwoomse akkamitti? (w07-AM 3/15 9 key. 6)

    • Dubbisni Kitaaba Qulqulluu torban kanaa waaʼee Yihowaa maal si barsiisa?

    • Dubbisa Kitaaba Qulqulluu torban kanaa keessaa barumsawwan kan biraa akkamii argadheera?

  • Dubbisa Kitaaba Qulqulluu: (Daq. 4 ykn isaa gad) Er 21:3-14

TAJAAJILAAF OF QOPHEESSI

  • Ittiin Lixa Jiʼa Kanaa Qophaaʼi: (Daq. 15) “Ittiin Lixa” irratti hundaaʼee mareedhaan kan dhihaatu. Ittiin lixa viidiyoodhaan qophaaʼe hunda erga taphachiistee booda, yaada ijoo irratti mariʼadhaa. Hundi isaanii namoota tiraaktii Mootummaan Waaqayyoo Maalidha? jedhu fudhataniif deddeebii gaaffii akka godhan jajjabeessi.

AKKA KIRISTIYAANA TOKKOOTTI JIRAACHUU

  • Faarfannaa 85

  • Akka Gumichaaf Barbaachisutti Itti Fayyadamaa: (Daq. 5) Akka filannaatti barumsa Kitaaba Waggaa irraa argannu irratti mariʼachuu dandeessu. (yb16-E 22)

  • Miira Hoʼaadhaan Isaan Simadhaa”: (Daq. 10) Haasaa daqiiqaa sadii dhiheessuudhaan jalqabi. Viidiyoo Istiivii Gardas: Akka Itti Isaan Nagaa Nu Gaafatan Matumaa hin Irraanfannu jedhamu taphachiisuudhaan kuticha xumuri (viidiyoon kun kutaa INTERVIEWS AND EXPERIENCES jalaa argama).

  • Qoʼannaa Kitaaba Qulqulluu Gumii: (Daq. 30) kr boq. 4 key. 1-6 fi saanduqa “Hiika Maqaa Waaqayyoo

  • Irra Deebii fi Yaada Gabaabaa Barumsa Torban Itti Aanuu (Daq. 3)

  • Faarfannaa 113 fi Kadhannaa