BARREEFFAMA QO'ANNAA WALGA'II JIREENYAA FI TAJAAJILA KIRISTIYAANAA Ebla 2018
Maree Fakkeenya Taʼu
Maree walitti aananii jiranii fi waaʼee Kitaaba Qulqulluu fi jireenya gammachuu qabuu dubbatan.
BEEKUMSA DUBBII WAAQAYYOO IRRAA ARGAMU
Tokkummaa fi Garaagarummaa Ayyaana Faasikaa fi Ayyaana Yaadannoo
Ayyaanni Faasikaa Ayyaana Yaadannootiif gaaddidduu taʼuu baatus, wantoonni Ayyaana Faasikaa irratti raawwataman tokko tokko barumsa hedduu nuuf qabataniiru.
BEEKUMSA DUBBII WAAQAYYOO IRRAA ARGAMU
Dhaqaatii Barattoota Godhaa—Maaliif, Eessatti, Akkamitti?
Barattoota gochuu jechuun warri kaan wanta Yesuus ajaje hundumaa hojii irra akka oolchan barsiisuu jechuu dha. Ergamni barattoota akka goonu nuuf kenname, barattoonni keenya barumsa Yesuus hunda hojii irra akka oolchanii fi fakkeenya isaa akka hordofan barsiisuu kan dabalatu dha.
AKKA KIRISTIYAANA TOKKOOTTI JIRAACHUU
Lallabuu fi Barsiisuun Barattoota Gochuuf Baayʼee Barbaachisaa Dha
Yesuus duuka buutonni isaa dhaqanii barattoota akka godhan isaan ajajeera. Kun maal dabalata? Namoonni guddina akka godhan gargaaruu kan dandeenyu akkamitti?
BEEKUMSA DUBBII WAAQAYYOO IRRAA ARGAMU
“Cubbuun Kee Siif Dhiifameera”
Dinqii Maarqos 2:5-12 irra jiru irraa maal baranna? Seenaan kun yeroo dhukkubsannutti jabaannee dhaabbachuuf kan nu gargaaru akkamitti?
BEEKUMSA DUBBII WAAQAYYOO IRRAA ARGAMU
Guyyaa Sanbataatti Fayyisuu
Yesuus geggeessitoota amantii Yihudiitti baayʼee kan gadde maaliifi? Fakkeenya gara laafinaa Yesuus hordofaa akka jirruu fi akka hin jirre qoruuf gaaffiiwwan kam of gaafachuu qabna?
BEEKUMSA DUBBII WAAQAYYOO IRRAA ARGAMU
Yesuus Michoota Keenya Duʼan Duʼaa Kaasuuf Humna Qaba
Seenaawwan waaʼee duʼaa kaʼuu Kitaaba Qulqulluu keessatti ibsaman irratti xiinxaluun amantii duʼaa kaʼuu gara fuulduraatti raawwatamu irratti qabnu nuuf cimsa.
AKKA KIRISTIYAANA TOKKOOTTI JIRAACHUU
Meeshaalee Buʼuuraa Barsiisuuf Itti Fayyadamnutti Karaa Buʼa Qabeessa Taʼeen Itti Gargaaramuu
Karaa buʼa qabeessa taʼeen barsiisuuf, meeshaalee qabnutti akka gaariitti itti fayyadamuu barachuu qabna. Meeshaan keenya guddaan maali? Dandeettii itti fayyadama meeshaalee ittiin barsiisnuu guddisuu kan dandeenyu akkamitti?