Dhimma ijoo ta'etti seeni

Ittiin baafataa bira dhaqi

Ebla 2-8

MAATEWOS 26

Ebla 2-8
  • Faarfannaa 19 fi Kadhannaa

  • Yaada Seensaa (Daq. 3 ykn isaa gad)

BEEKUMSA DUBBII WAAQAYYOO IRRAA ARGAMU

  • Tokkummaa fi Garaagarummaa Ayyaana Faasikaa fi Ayyaana Yaadannoo”: (Daq. 10)

    • Mat 26:17-20—Yesuus ergamoota isaa wajjin Faasikaa isa dhumaa nyaateera (“Nyaata Ayyaana Faasikaa” miidiyaa Mat 26:18 nwtsty-AM)

    • Mat 26:26—Maxinoon Ayyaana Yaadannoo foon Yesuus argisiisa (“argisiisa” qabxii qoʼannaa Mat 26:26, nwtsty-AM)

    • Mat 26:27, 28—Wayiniin Ayyaana Yaadannoo “dhiiga kakuu” Yesuus argisiisa (“dhiiga kakuu” qabxii qoʼannaa Mat 26:28, nwtsty-AM)

  • Dubbii Waaqayyoo Gad Fageenyaan Qoruu: (Daq. 8)

    • Mat 26:17—Niisaan 13, “guyyaa jalqaba Ayyaana Maxinoo” kan jedhame maaliifi? (“Guyyaa jalqaba Ayyaana Maxinoo” qabxii qoʼannaa Mat 26:17, nwtsty-AM)

    • Mat 26:39—Yesuus “xoofoon kun ana irraa haa darbu” jedhee akka kadhatu wanti isa kakaase maal taʼuu dandaʼa? (“xoofoon kun ana irraa haa darbu” qabxii qoʼannaa Mat 26:39, nwtsty-AM)

    • Dubbisni Kitaaba Qulqulluu torban kanaa waaʼee Yihowaa maal si barsiise?

    • Dubbisa Kitaaba Qulqulluu torban kanaa keessaa barumsa kan biraa akkamii argatte?

  • Dubbisa Kitaaba Qulqulluu: (Daq. 4 ykn isaa gad) Mat 26:1-19

TAJAAJILAAF OF QOPHEESSI

AKKA KIRISTIYAANA TOKKOOTTI JIRAACHUU

  • Faarfannaa 20

  • Akka Gumichaaf Barbaachisutti Itti Fayyadamaa: (Daq. 8)

  • Michuu Yihowaa Taʼi—Furicha: (Daq. 7) Viidiyicha taphachiisi. Achiis ijoollee filadhuutii gara waltajjiitti isaan affeeruudhaan akkana jedhii isaan gaafadhu: Namoonni kan dhukkubsatan, kan dulloomanii fi kan duʼan maaliifi? Yihowaan abdii akkamii nuuf kenne? Jannata keessatti eenyu argachuu barbaadda?

  • Qoʼannaa Kitaaba Qulqulluu Gumii: (Daq. 30) kr boq. 21 key. 8-14

  • Irra Deebii fi Yaada Gabaabaa Barumsa Torban Itti Aanuu (Daq. 3)

  • Faarfannaa 150 fi Kadhannaa