Yesuus Michoota Keenya Duʼan Duʼaa Kaasuuf Humna Qaba
-
Namni jaallannu yommuu duʼu, gaddi nutti dhagaʼamu abdii duʼaa kaʼuu irratti amantii akka dhabne kan argisiisu miti (Uma 23:2)
-
Seenaawwan waaʼee duʼaa kaʼuu Kitaaba Qulqulluu keessatti ibsaman irratti xiinxaluun amantii duʼaa kaʼuu gara fuulduraatti raawwatamu irratti qabnu nuuf cimsa
Namoonni duʼaa yommuu kaʼan, eenyuun simachuuf hawwiidhaan eeggachaa jirta?
Nama jaallattuu wajjin deebitee yeroo wal argitu haalli akkamii kan uumamu sitti fakkaata?