Ebla 9-15
MAATEWOS 27-28
Faarfannaa 69 fi Kadhannaa
Yaada Seensaa (Daq. 3 ykn isaa gad)
BEEKUMSA DUBBII WAAQAYYOO IRRAA ARGAMU
“Dhaqaatii Barattoota Godhaa—Maaliif, Eessatti, Akkamitti?”: (Daq. 10)
Mat 28:18—Yesuus aangoo guddaa qaba (w04-AM 7/1 8 key. 4)
Mat 28:19—Yesuus duula hojii lallabuu fi barsiisuu addunyaa maratti godhamuuf namoota waameera (“barattoota godhaa,” “saba hundumaa keessaa” qabxiiwwan qoʼannaa Mat 28:19, nwtsty-AM)
Mat 28:20—Namoonni wanta Yesuus barsiise hunda akka baratanii fi hojii irra oolchan isaan gargaaruu qabna (“isaan barsiisaa” qabxii qoʼannaa Mat 28:20, nwtsty-AM)
Dubbii Waaqayyoo Gad Fageenyaan Qoruu: (Daq. 8)
Mat 27:51—Golgaan bakka lamatti tarsaʼuun isaa maal argisiisa? (“golgaa,” “mana qulqullummaa” qabxiiwwan qoʼannaa Mat 27:51, nwtsty-AM)
Mat 28:7—Maleekaan Yihowaa dubartoota bakka awwaalaa Yesuus dhufan kan kabaje akkamitti? (‘Inni duʼaa akka kaʼe barattoota isaatti himaa’ qabxii qoʼannaa Mat 28:7, nwtsty-AM)
Dubbisni Kitaaba Qulqulluu torban kanaa waaʼee Yihowaa maal si barsiise?
Dubbisa Kitaaba Qulqulluu torban kanaa keessaa barumsa kan biraa akkamii argatte?
Dubbisa Kitaaba Qulqulluu: (Daq. 4 ykn isaa gad) Mat 27:38-54
TAJAAJILAAF OF QOPHEESSI
Dhugaa Baʼuu: (Daq. 2 ykn isaa gad) Maree fakkeenya taʼutti fayyadami.
Deddeebii Gaaffii Jalqabaa—Viidiyoo: (Daq. 5) Viidiyicha taphachiisiitii irratti mariʼadhaa.
Haasaa: (Daq. 6 ykn isaa gad) g17.2 14—Mata duree: Yesuus Fannoo Irratti Duʼee?
AKKA KIRISTIYAANA TOKKOOTTI JIRAACHUU
“Lallabuu fi Barsiisuun Barattoota Gochuuf Baayʼee Barbaachisaa Dha”: (Daq. 15) Mareedhaan kan dhihaatu. Mata duree kana irratti yommuu mariʼattan, viidiyoowwan “Utuu Wal Irraa hin Kutin” Lallabaa—Karaa al Idileetiinii fi Manaa Gara Manaatti, akkasumas “Utuu Wal Irraa hin Kutin” Lallabaa—Bakka Namoonni Baayʼatanittii fi Barattoota Gochuu jedhan taphachiisi.
Qoʼannaa Kitaaba Qulqulluu Gumii: (Daq. 30) kr boq. 21 key. 15-20, chaartii “Wanta Dhiheenyatti Taʼu,” saanduqa irra deebii “Mootummichi Isiniif Hammam Dhugoomeera?”
Irra Deebii fi Yaada Gabaabaa Barumsa Torban Itti Aanuu (Daq. 3)
Faarfannaa 149 fi Kadhannaa