Namni haaraan gara Ayyaana Yaadannoo dhufe tokko yommuu simatamu

BARREEFFAMA QO'ANNAA WALGA'II JIREENYAA FI TAJAAJILA KIRISTIYAANAA Ebla 2019

Maree Fakkeenya Taʼu

Maree fakkeenya taʼuu waaʼee duʼa Yesuus Kiristoos ibsu.

BEEKUMSA DUBBII WAAQAYYOO IRRAA ARGAMU

Qeenxee Taʼuun Kennaa Dha

Kiristiyaanonni qeenxee taʼan haala keessa jiran karaa buʼa qabeessa taʼeen fayyadamuu kan dandaʼan akkamitti?

BEEKUMSA DUBBII WAAQAYYOO IRRAA ARGAMU

Yihowaan Waaqa Amanamaa Dha

Yommuu qorumsi nu mudatu, Yihowaan wanta jabaannee dhaabachuuf nu barbaachisu nuuf kenna.

AKKA KIRISTIYAANA TOKKOOTTI JIRAACHUU

Ayyaana Yaadannootiif kan Qophooftan Akkamitti?

Hundi keenya garaa keenya qopheessuu qabna. Kana gochuu kan dandeenyu akkamitti?

BEEKUMSA DUBBII WAAQAYYOO IRRAA ARGAMU

Waaqayyo ‘Hundumaatiif Waan Hunda ni Taʼa’

Namoonni Yihowaadhaaf amanamoo taʼuu isaanii mirkaneessan yeroo gara fuulduraa dinqisiisaa taʼetu isaan eeggata.

BEEKUMSA DUBBII WAAQAYYOO IRRAA ARGAMU

Yihowaan ‘Waaqa Jajjabina Hundaa’ Ti

Gumiin Kiristiyaanaa karaa Yihowaan itti jajjabina nuu kennu keessaa tokko dha.

AKKA KIRISTIYAANA TOKKOOTTI JIRAACHUU

Barumsa Waaqayyoo Irraa Argamu Hordofaa

Yihowaan inni Barsiisaa Guddicha taʼe barumsa hunda irra caalu nuuf kenna.