Ebla 22-28
1 QORONTOS 14-16
Faarfannaa 22 fi Kadhannaa
Yaada Seensaa (Daq. 3 ykn isaa gad)
BEEKUMSA DUBBII WAAQAYYOO IRRAA ARGAMU
“Waaqayyo ‘Hundumaatiif Waan Hunda ni Taʼa’”: (Daq. 10)
1Qo 15:24, 25—Mootummaan Masiihichaa diinota Waaqayyoo hunda ni balleessa (w98-AM 7/1 21 key. 10)
1Qo 15:26—Duuti ni balleeffama (kr 270 key. 21)
1Qo 15:27, 28—Kiristoos Mootummicha Yihowaadhaaf deebisee kenna (w12 9/15 12 key. 17)
Dubbii Waaqayyoo Gad Fageenyaan Qoruu: (Daq. 8)
1Qo 14:34, 35—Phaawulos ergamaan dubartoonni yaada isaanii akka hin ibsine dhowwee turee? (w12-AM 9/1 9, saanduqa)
1Qo 15:53—Kan hin duunee fi kan hin tortorre jechuun maal jechuu dha? (it-1-E 1197-1198)
Dubbisni Kitaaba Qulqulluu torban kanaa waaʼee Yihowaa maal si barsiise?
Dubbisa Kitaaba Qulqulluu torban kanaa keessaa barumsa kan biraa akkamii argatte?
Dubbisa Kitaaba Qulqulluu: (Daq. 4 ykn isaa gad) 1Qo 14:20-40 (th qoʼannaa 10)
TAJAAJILAAF OF QOPHEESSI
Deddeebii Gaaffii Jalqabaa—Viidiyoo: (Daq. 5) Viidiyicha taphachiisiitii irratti mariʼadhaa.
Deddeebii Gaaffii Jalqabaa: (Daq. 3 ykn isaa gad) Maree fakkeenya taʼutti fayyadami. (th qoʼannaa 3)
Deddeebii Gaaffii Jalqabaa: (Daq. 5 ykn isaa gad) Maree fakkeenya taʼuun jalqabi. Viidiyoo Kitaaba Qulqulluu Qoʼachuu kan Qabnu Maaliifi? jedhamu erga beeksistee booda irratti mariʼadhaa (garuu hin taphachiisin). (th qoʼannaa 9)
AKKA KIRISTIYAANA TOKKOOTTI JIRAACHUU
Akka Gumichaaf Barbaachisutti Itti Fayyadamaa: (Daq. 15)
Qoʼannaa Kitaaba Qulqulluu Gumii: (Daq. 30) jy boq. 44
Irra Deebii fi Yaada Gabaabaa Barumsa Torban Itti Aanuu (Daq. 3)
Faarfannaa 103 fi Kadhannaa