Ebla 29–Caamsaa 5
2 QORONTOS 1-3
Faarfannaa 44 fi Kadhannaa
Yaada Seensaa (Daq. 3 ykn isaa gad)
BEEKUMSA DUBBII WAAQAYYOO IRRAA ARGAMU
“Yihowaan ‘Waaqa Jajjabina Hundaa’ Ti”: (Daq. 10)
[Viidiyoo Beeksisa Kitaaba 2 Qorontos jedhamu taphachiisi.]
2Qo 1:3—Yihowaan “Abbaa gara laafinaa” ti (w17.07 13 key. 4)
2Qo 1:4—Jajjabina Yihowaan kennuun warra kaan jajjabeessuu dandeenya (w17.07 15 key. 14)
Dubbii Waaqayyoo Gad Fageenyaan Qoruu: (Daq. 8)
2Qo 1:22—“Qabdii” fi ‘chaappaan’ Kiristiyaanonni dibamoon hundi Waaqayyo biraa fudhatan maali dha? (w16.04 32)
2Qo 2:14-16—Phaawulos ergamaan “hiriira injifannoo” yommuu jedhu waaʼee maalii dubbachuu isaa taʼuu dandaʼa? (w10 10/1 29)
Dubbisni Kitaaba Qulqulluu torban kanaa waaʼee Yihowaa maal si barsiise?
Dubbisa Kitaaba Qulqulluu torban kanaa keessaa barumsa kan biraa akkamii argatte?
Dubbisa Kitaaba Qulqulluu: (Daq. 4 ykn isaa gad) 2Qo 3:1-18 (th qoʼannaa 10)
TAJAAJILAAF OF QOPHEESSI
Deddeebii Gaaffii Lammaffaa—Viidiyoo: (Daq. 5) Viidiyicha taphachiisiitii irratti mariʼadhaa.
Deddeebii Gaaffii Lammaffaa: (Daq. 3 ykn isaa gad) Maree fakkeenya taʼutti fayyadami. (th qoʼannaa 6)
Qoʼannaa Kitaaba Qulqulluu: (Daq. 5 ykn isaa gad) bhs 52-53 key. 3-4 (th qoʼannaa 8)
AKKA KIRISTIYAANA TOKKOOTTI JIRAACHUU
“Barumsa Waaqayyoo Irraa Argamu Hordofaa”: (Daq. 15) Mareedhaan kan dhihaatu. Viidiyoo Barumsa Yihowaatiin Karaa Hafuuraa Badhaadhina Argachuu jedhamu taphachiisi.
Qoʼannaa Kitaaba Qulqulluu Gumii: (Daq. 30) jy boq. 45
Irra Deebii fi Yaada Gabaabaa Barumsa Torban Itti Aanuu (Daq. 3)
Faarfannaa 130 fi Kadhannaa