Dhimma ijoo ta'etti seeni

Ittiin baafataa bira dhaqi

Ebla 8-14

1 QORONTOS 10-13

Ebla 8-14
  • Faarfannaa 30 fi Kadhannaa

  • Yaada Seensaa (Daq. 3 ykn isaa gad)

BEEKUMSA DUBBII WAAQAYYOO IRRAA ARGAMU

  • Yihowaan Waaqa Amanamaa Dha”: (Daq. 10)

    • 1Qo 10:13—Yihowaan qorumsa nu mudatu nuuf hin filatu (w17.02 29-30)

    • 1Qo 10:13—Qorumsi nu irra gaʼu “qorumsa namoota kaan irra gaʼu irraa adda” miti

    • 1Qo 10:13—Yoo Yihowaatti amanamne, inni qorumsa kam iyyuu akka dandamannu gargaarsa nuuf godha

  • Dubbii Waaqayyoo Gad Fageenyaan Qoruu: (Daq. 8)

    • 1Qo 10:8—Seenaan Lakkoobsa 25:9 irra jiru, Israaʼeloonni halalummaa raawwachuu isaaniitiin guyyaa tokkotti duʼan 24,000 akka taʼan yommuu ibsu, caqasni kun 23,000 akka taʼan kan ibsu maaliifi? (w04-AM 4/1 29)

    • 1Qo 11:5, 6, 10—Obboleettiin tokko bakka babalʼisaan tokko jirutti qoʼannaa Kitaaba Qulqulluu yeroo geggeessitu mataa ishii haguuggachuun ishii barbaachisaa dhaa? (w15 2/15 30)

    • Dubbisni Kitaaba Qulqulluu torban kanaa waaʼee Yihowaa maal si barsiise?

    • Dubbisa Kitaaba Qulqulluu torban kanaa keessaa barumsa kan biraa akkamii argatte?

  • Dubbisa Kitaaba Qulqulluu: (Daq. 4 ykn isaa gad) 1Qo 10:1-17 (th qoʼannaa 5)

TAJAAJILAAF OF QOPHEESSI

AKKA KIRISTIYAANA TOKKOOTTI JIRAACHUU