Dhimma ijoo ta'etti seeni

Ittiin baafataa bira dhaqi

Maree Fakkeenya Taʼu

Maree Fakkeenya Taʼu

●○○ DHUGAA BAʼUU

Gaaffii: Yesuus eenyu ture?

Caqasa: Mat 16:16

Yeroo Itti Aanuuf: Yesuus kan duʼe maaliifi?

○●○ DEDDEEBII GAAFFII JALQABAA

Gaaffii: Yesuus kan duʼe maaliifi?

Caqasa: Mat 20:28

Yeroo Itti Aanuuf: Dinqisiifannaa aarsaa furii Yesuusiif qabnu argisiisuu kan dandeenyu akkamitti?

○●○ DEDDEEBII GAAFFII LAMMAFFAA

Gaaffii: Dinqisiifannaa furii aarsaa Yesuusiif qabnu argisiisuu kan dandeenyu akkamitti?

Caqasa: Yoh 17:3

Yeroo Itti Aanuuf: Walgaʼiiwwan Dhugaa Baatota Yihowaa irratti maaltu raawwatama?

DUULA WARAQAA AFEERRII AYYAANA YAADANNOO (Bitootessa 23–Ebla 19):

Ayyaana adda taʼe tokko irratti akka argamtu si afeeruu barbaanna. Waraqaan afeerrii kun kan kee ti. Jimaata, Ebla 11, 2011 (Ebla 19, 2019) namoonni addunyaa maratti argamanii fi miliyonaan lakkaaʼaman, duʼa Yesuus Kiristoos kabajuuf walitti qabamu. Waraqaan afeerrii kun saʼaatii fi iddoo walgaʼiin kun naannoo keenyatti itti geggeeffamu qabateera. Kana malees, haasaa mata dureen isaa “Jireenya Dhugaa Argachuuf Carraaqaa!” jedhuu fi ayyaana kana torban tokko dursee dhihaatu irratti akka argamtu kabajaan si afeerra.

Fedhii kan Argisiisu Yoo Taʼe Yeroo Itti Aanuuf: Yesuus kan duʼe maaliifi?