BARREEFFAMA QO'ANNAA WALGA'II JIREENYAA FI TAJAAJILA KIRISTIYAANAA Ebla 2020

Maree Fakkeenya Taʼu

Kaayyoo Waaqayyoo fi kaayyoon isaa akkamitti akka raawwatamu ilaalchisee maree fakkeenya taʼu.

Ebla 6-12

Ayyaana Yaadannoo duʼa Kiristoosiif garaa kee qopheessuu kan dandeessu akkamitti?

BEEKUMSA DUBBII WAAQAYYOO IRRAA ARGAMU

Yaaqoobii fi Laabaan Kakuu Nagaa Walii Galan

Nagaa qabnu eeggannee jiraachuu ykn nagaa booraʼe deebisuu kan dandeenyu akkamitti?

BEEKUMSA DUBBII WAAQAYYOO IRRAA ARGAMU

Eebba Argachuuf Walʼaansoo Gochaa Jirtuu?

Eebba Waaqayyoo argachuuf fedhiidhaan aarsaa hammamii kaffaltu?

AKKA KIRISTIYAANA TOKKOOTTI JIRAACHUU

Wantin Hunda Caalaa Iddoo Guddaa Kennuuf Maali Dha?

Hojiin hojjechuuf filannu wanta dursa kenninuuf ilaalchisee maal argisiisa?

BEEKUMSA DUBBII WAAQAYYOO IRRAA ARGAMU

Miidhaa Hiriyummaa Gadheen Geessisu

Namni tokko hiriyaa gaarii taʼuu akka dandaʼuu fi hin dandeenye beekuuf maaltu nu gargaara?

AKKA KIRISTIYAANA TOKKOOTTI JIRAACHUU

“Waaqayyolii Ormaa kan Qabdan Of Gidduudhaa Baasaa”

Dhiibbaa hafuurota xuraaʼoo irraa fagaachuudhaan Yihowaa gammachiisuu kan dandeessu akkamitti?