Dhimma ijoo ta'etti seeni

Ittiin baafataa bira dhaqi

Ebla 6-12

Kibxata, Bitootessa 29, 2012 (Ebla 7, 2020)​—Ayyaana Yaadannoo Duʼa Kiristoos

Ebla 6-12

Kiristiyaanonni hedduun tibba Ayyaana Yaadannootti jaalala guddaa Waaqni keenya Yihowaa fi ilma isaa Yesuus Kiristoos nutti argisiisan irratti xiinxalu. (Yoh 3:16; 15:13) Chaartii kanatti fayyadamuudhaan kitaabonni Wangeelotaa tajaajila Yesuus Yerusaalem keessatti raawwate isa dhumaa ilaalchisee wantoota isaan galmeessan ilaali. Taʼeewwan kun Kitaaba Yesuus—Karaa, Dhugaa, Jireenya jedhu kutaa 6⁠ffaa keessatti ibsameera. Jaalalli Yihowaa fi Kiristoos maal gochuuf nu kakaasa?—2Qo 5:14, 15; 1Yo 4:16, 19.

TAJAAJILA YESUS YERUSAALEM KEESSATTI RAAWWATE ISA DHUMAA

Yeroo

Bakka

Wanta Raawwatame

Maatewos

Maarqos

Luqaas

Yohaannis

33, Niisaan 8 (Ebla 1-2, 2020)

Bitaaniyaa

Yesus Ayyaanni Faasikaa gaʼuu guyyaa jaʼa dura achi gaʼe

 

 

 

11:55–12:1

Niisaan 9 (Ebla 2-3, 2020)

Bitaaniyaa

Maariyaam mataa fi miillasaarratti urgooftuu naqxe

26:6-13

14:3-9

 

12:2-11

Bitaaniyaa-Betfaagee-Yerusaalem

Harreerra taaʼee Yerusaalem seene

21:1-11, 14-17

11:1-11

19:29-44

12:12-19

Niisaan 10 (Ebla 3-4, 2020)

Bitaaniyaa-Yerusaalem

Muka harbuu abaare; ammas mana qulqullummaa qulqulleesse

21:18, 19; 21:12, 13

11:12-17

19:45, 46

 

Yerusaalem

Luboonniifi barsiisonni seeraa karaa itti isa ajjeesan barbaadan

 

11:18, 19

19:47, 48

 

Yihowaan ni dubbate; Yesus akka duʼu dubbate; Yihudoonni amanuu dhiisuunsaanii raawwii raajii Isaayaasidha

 

 

 

12:20-50

Niisaan 11 (Ebla 4-5, 2020)

Bitaaniyaa-Yerusaalem

Waaʼee muka harbuu ija hin qabnee

21:19-22

11:20-25

 

 

Yerusaalem, mana qulqullummaa

Gooftummaasaarratti gaaffiin kaʼe; fakkeenya ilmaan lamaanii

21:23-32

11:27-33

20:1-8

 

Fakkeenyota: hojjettoota nama ajjeesan, cidha

21:33–22:14

12:1-12

20:9-19

 

Gaaffilee Waaqayyoofi mooticha warra Roomaa, duʼaa kaʼuu, abboommii hunda caalurratti kaʼan deebise

22:15-40

12:13-34

20:20-40

 

Kiristos ilma Daawit taʼuusaa namoota gaafate

22:41-46

12:35-37

20:41-44

 

Wanta barsiisota seeraafi Fariisota irra gaʼu dubbate

23:1-39

12:38-40

20:45-47

 

Buusii haadha hiyyeessaa tokkoo arge

 

12:41-44

21:1-4

 

Gaara Ejersaa

Milikkita dhufaatiisaa dubbate

24:1-51

13:1-37

21:5-38

 

Fakkeenyota: durboota kurnan, meetii, hoolotaafi reʼoota

25:1-46

 

 

 

Niisaan 12 (Ebla 5-6, 2020)

Yerusaalem

Geggeessitoonni Yihudootaa isa ajjeesuuf seerratan

26:1-5

14:1, 2

22:1, 2

 

Yihudaan dabarsee isa kennuuf haala mijeesse

26:14-16

14:10, 11

22:3-6

 

Niisaan 13 (Ebla 6-7, 2020)

Yerusaalemiifi naannoosheetti

Ayyaana Faasikaa isa dhumaatiif qophaaʼan

26:17-19

14:12-16

22:7-13

 

Niisaan 14 (Ebla 7-8, 2020)

Yerusaalem

Ergamootasaa wajjin Faasikaa nyaate

26:20, 21

14:17, 18

22:14-18

 

Miilla ergamootasaa dhiqe

 

 

 

13:1-20

Yesus Yihudaan dabarsee kan isa kennu taʼuusaa saaxilee gadi isa baase

26:21-25

14:18-21

22:21-23

13:21-30

Irbaata Gooftaa hundeesse (1Qor. 11:23-25)

26:26-29

14:22-25

22:19, 20, 24-30

 

Phexiros akka isa ganuufi ergamoonnisaa akka bittimfaman dursee dubbate

26:31-35

14:27-31

22:31-38

13:31-38

Gargaaraa waadaa seene; fakkeenya waynii isa dhugaa; akka jaallataniif abboome; kadhannaa dhumaa ergamootasaa wajjin

 

 

 

14:1–17:26

Getesemaanee

Ni dhiphate; dabarfamee kennamuufi qabamuu Yesus

26:30, 36-56

14:26, 32-52

22:39-53

18:1-12

Yerusaalem

Haannaas, Qayyaafaafi yaaʼii warra Yihudootaa duratti firdiif dhihaate; Phexiros isa gane

26:57–27:1

14:53–15:1

22:54-71

18:13-27

Yihudaan of fannise (HoE. 1:18, 19)

27:3-10

 

 

 

Philaaxos, achiis Herodis boodammoo deebiʼee Philaaxos duratti dhihaate

27:2, 11-14

15:1-5

23:1-12

18:28-38

Philaaxos isa gadhiisuu barbaade Yihudoonni garuu Barabbaa barbaadan; fannoorratti akka duʼu itti murtaaʼe

27:15-30

15:6-19

23:13-25

18:39–19:16

(Jimaata n. guyyaa saʼaatii 9)

Golgootaa

Fannoorratti duʼe

27:31-56

15:20-41

23:26-49

19:16-30

Yerusaalem

Reeffisaa fannoorraa buufamee awwaalame

27:57-61

15:42-47

23:50-56

19:31-42

Niisaan 15 (Ebla 8-9, 2020)

Yerusaalem

Luboonniifi Fariisonni awwaalicha eegsisan, akkasumas, mallattoo itti godhan

27:62-66

 

 

 

Niisaan 16 (Ebla 9-10, 2020)

Yerusaalemiifi naannooshee; Emaahus

Yesus duʼaa kaʼe; bartootasaatti al shan mulʼate

28:1-15

16:1-8

24:1-49

20:1-25

Niisaan 16 booda

Yerusaalem; Galiilaa

Deddeebiʼee bartootasaatti mulʼate (1Qor. 15:5-7; HoE. 1:3-8); ni barsiise; bartoota akka godhan ajaje

28:16-20

 

 

20:26–21:25