Maree Fakkeenya Taʼu
●○○ DHUGAA BAʼUU
Gaaffii: Kaayyoon Waaqayyo namootaaf qabu maali dha?
Caqasa: Uma 1:28
Yeroo Itti Aanuuf: Waaqayyo kaayyoo namootaaf qabu akka raawwatu beekuu kan dandeenyu akkamitti?
○●○ DEDDEEBII GAAFFII JALQABAA
Gaaffii: Waaqayyo kaayyoo namootaaf qabu akka raawwatu beekuu kan dandeenyu akkamitti?
Caqasa: Isa 55:11
Yeroo Itti Aanuuf: Waaqayyo kaayyoo isaa yeroo raawwatutti jireenyi maal fakkaata?
○○● DEDDEEBII GAAFFII LAMMAFFAA
Gaaffii: Waaqayyo kaayyoo isaa yeroo raawwatutti jireenyi maal fakkaata?
Caqasa: Far 37:10, 11
Yeroo Itti Aanuuf: Abdii Waaqayyo kenne irraa fayyadamuuf maal gochuu qabna?
DUULA WARAQAA AFFEERRII AYYAANA YAADANNOO (Bitootessa 14–Ebla 7):
“Ayyaana adda taʼee fi namoonni miliyoonaan lakkaʼaman irratti argaman tokko irratti akka argamtu si affeeruu barbaanna. Ayyaanichi Ayyaana Yaadannoo duʼa Yesuusi dha.” Achiis waraqaa affeerrii nama sanaaf kenni. “Waraqaan affeerrii kun saʼaatii fi iddoo ayyaanichi naannoo keenyatti itti kabajamu qabateera. Kana malees, haasaa ayyaana kana torban tokko dursee dhihaatu irratti akka argamtu kabajaan si affeerra.”
Fedhii Yoo Qabaate Yeroo Itti Aanuuf: Yesuus kan duʼe maaliifi?