Dhimma ijoo ta'etti seeni

Ittiin baafataa bira dhaqi

Ebla 20-26

UUMAMA 32-33

Ebla 20-26

BEEKUMSA DUBBII WAAQAYYOO IRRAA ARGAMU

  • Eebba Argachuuf Walʼaansoo Gochaa Jirtuu?”: (Daq. 10)

  • Dubbii Waaqayyoo Gad Fageenyaan Qoruu: (Daq. 10)

    • Uma 32:11, 13-15—Carraaqqii cimaa Yaaqoob nagaa uumuuf godhe hordofuu kan dandeenyu akkamitti? (w10 6/15 22 key. 10-11)

    • Uma 33:20—Yaaqoob iddoo aarsaa kana “Waaqayyo, Waaqayyo isa kan Israaʼel” jedhee kan moggaase maaliifi? (it-1-E 980)

    • Dubbisa Kitaaba Qulqulluu torban kanaa keessaa waaʼee Yihowaa, tajaajila dirree ykn qabxii kan biraa ilaalchisee barumsa akkamii argatte?

  • Dubbisa Kitaaba Qulqulluu: (Daq. 4 ykn isaa gad) Uma 32:1-21 (th qoʼannaa 5)

TAJAAJILAAF OF QOPHEESSI

AKKA KIRISTIYAANA TOKKOOTTI JIRAACHUU