Dhimma ijoo ta'etti seeni

Ittiin baafataa bira dhaqi

BEEKUMSA DUBBII WAAQAYYOO IRRAA ARGAMU | UUMAMA 34-35

Miidhaa Hiriyummaa Gadheen Geessisu

Miidhaa Hiriyummaa Gadheen Geessisu

34:1, 2, 7, 25

Ollaawwan keenya, namoonni wajjin hojjennu ykn barannu amalawwan gaggaarii tokko tokko qabu jechuun hiriyoota gaarii taʼuu dandaʼu jechuudhaa? Namni tokko hiriyaa gaarii taʼuu akka dandaʼuu fi hin dandeenye beekuuf maaltu nu gargaara?

  • Hiriyummaan isaan wajjin qabu walitti dhufeenya Yihowaa wajjin qabu akkan cimsu na gargaaraa?

  • Wanti haasaʼan jireenya isaanii keessatti wanti iddoo guddaa kennaniif maal akka taʼe argisiisa?—Mat 12:34

AKKANA JEDHII OF GAAFADHU: ‘Hiriyummaan koo walitti dhufeenya Yihowaa wajjin qabu irratti dhiibbaa akkamii gochaa jira?’