Hindii, Lixa Beengaalitti haadhaa fi intala tokkoof yommuu lallabdu

BARREEFFAMA QO'ANNAA WALGA'II JIREENYAA FI TAJAAJILA KIRISTIYAANAA Fulbaana 2016

Ittiin Lixa

Ittiin lixa Masaraa Eegumsaa fi dhugaa Kitaaba Qulqulluu Waaqayyo akka nuuf yaadu mirkaneessuu. Fakkeenya kennametti fayyadamii ittiin lixa mataa kee qopheessi.

BEEKUMSA DUBBII WAAQAYYOO IRRAA ARGAMU

‘Akka Seera Waaqayyootti Jiraadhaa’

Akka seera Waaqayyootti jiraachuu jechuun maal jechuu dha? Faarfataan faarfannaa 119 barreesse yeroo harʼaatti fakkeenya gaarii nuu taʼa.

AKKA KIRISTIYAANA TOKKOOTTI JIRAACHUU

Balbala kan Banan Ijoollee yoo Taʼan Maal Gochuu Qabna?

Deebii sirrii kennuu fi warraaf kabaja argisiisuu kan dandeenyu akkamitti.

BEEKUMSA DUBBII WAAQAYYOO IRRAA ARGAMU

“Gargaarsi Koo Waaqayyo Biraa in Dhufa”

Faarfannaan 121 eegumsa Yihowaa ibsuuf fakkeenyotatti fayyadama.

TREASURES FROM GOD’S WORD

Akkaataan Itti Uumamne Guddaa Dinqisiisaa Dha

Faarfannaa 139 irratti Daawit uumama isaa isa dinqisiisaa taʼeef Yihowaa jajateera.

AKKA KIRISTIYAANA TOKKOOTTI JIRAACHUU

Qoʼannaa Kitaaba Qulqulluu Yommuu Geggeessitan Dogoggora Kanneen Irraa Fagaadhaa

Garaa barattoota Kitaaba Qulqulluu tuquuf maal irraa fagaachuu qabna?

BEEKUMSA DUBBII WAAQAYYOO IRRAA ARGAMU

“Waaqayyo Guddaa dha, Guddisee kan Jajamuu Dha!”

Faarfannaan 145 kunuunsa Yihowaan tajaajiltoota isaa amanamoodhaaf godhu ilaalchisee Daawititti maaltu akka dhagaʼame ibsa.

AKKA KIRISTIYAANA TOKKOOTTI JIRAACHUU

Dandeettii Tajaajila Irratti Qabnu Fooyyeffachuu—Namoonni Fedhii Argisiisan Walgaʼii Irratti Akka Argaman Jajjabeessuu

Yeroo baayʼee namoonni fedhii argisiisanii fi barattoonni Kitaaba Qulqulluu walgaʼii irratti argamuu yeroo jalqaban saffisaan guddina argisiisu.