Dhimma ijoo ta'etti seeni

Ittiin baafataa bira dhaqi

Fulbaana 19-25

Faarfannaa 135-141

Fulbaana 19-25
  • Faarfannaa 7 fi Kadhannaa

  • Yaada Seensaa (Daq. 3 ykn isaa gad)

BEEKUMSA DUBBII WAAQAYYOO IRRAA ARGAMU

TAJAAJILAAF OF QOPHEESSI

  • Guyyaa Jalqabaa: (Daq. 2 ykn isaa gad) wp16.4

  • Deddeebii Gaaffii: (Daq. 4 ykn isaa gad) wp16.4 —Namni sun walgaʼii irratti akka argamu afeeri.

  • Qoʼannaa Kitaaba Qulqulluu: (Daq. 6 ykn isaa gad) fg barumsa 8 key. 8—Baratichi wanta barate hojii irra akka oolchu gargaari.

AKKA KIRISTIYAANA TOKKOOTTI JIRAACHUU

  • Faarfannaa 22

  • Qoʼannaa Kitaaba Qulqulluu Yommuu Geggeessitan Dogoggora Kanneen Irraa Fagaadhaa”: (Daq. 15) Mata duricha irratti erga mariʼattanii booda, viidiyoo kutaa lama qabuu fi qoʼannaan kitaaba Barumsa Macaafa Qulqulluu fuula 29, keeyyata 7 irratti hundaaʼe karaa sirrii hin taaneenii fi karaa sirrii taʼeen yommuu geggeeffamu argisiisu taphachiisi. Achiis irratti mariʼadhaa. Babalʼistoonni kitaaba isaanii qabatanii hordofuu qabu. Babalʼistoonni kutaa dhiheessan, dogoggorawwan akkanaa hambisuun isaanii, kutaa isaanii daqiiqaa isaaniif kennamee gaditti xumuruuf akka isaan gargaaru isaan yaadachiisi.

  • Qoʼannaa Kitaaba Qulqulluu Gumii: (Daq. 30) ia boq. 14 key. 14-22 fi irra deebii boqonnichaa

  • Irra Deebii fi Yaada Gabaabaa Barumsa Torban Itti Aanuu (Daq. 3)

  • Faarfannaa 35 fi Kadhannaa