Dhimma ijoo ta'etti seeni

Ittiin baafataa bira dhaqi

BEEKUMSA DUBBII WAAQAYYOO IRRAA ARGAMU | FAARFANNAA 120-134

“Gargaarsi Koo Waaqayyo Biraa in Dhufa”

“Gargaarsi Koo Waaqayyo Biraa in Dhufa”

Faarfannaan 120 hanga 134 Faarfannaawwan Ol Baʼuu jedhamanii beekamu. Namoonni hedduun Israaʼeloonni ayyaanota waggaa waggaatti kabajaman kabajuuf gara Yerusaalem ishii gaarawwan Yihudaa irratti argamtuu yeroo deeman faarfannaawwan kana faarfachaa akka turan amanu.

Eegumsi Yihowaa fakkeenyota armaan gadiitiin ibsameera:

121:3-8

  • tiksee dammaqaa

  • gaaddisa aduu irraa eegu

  • loltuu amanamaa