Fulbaana 26–Onkoloolessa 2
Faarfannaa 142-150
Faarfannaa 55 fi Kadhannaa
Yaada Seensaa (Daq. 3 ykn isaa gad)
BEEKUMSA DUBBII WAAQAYYOO IRRAA ARGAMU
“Waaqayyo Guddaa dha, Guddisee Kan Jajamuu Dha”: (Daq. 10)
Far 145:1-9—Guddinni Yihowaa daangaa hin qabu (w04-AM 1/15 10 key. 3-4; 11 key. 7-8; 14 key. 20-21; 15 key. 2)
Far 145:10-13—Namoonni Yihowaadhaaf amanamoo taʼan isa jajatu (w04-AM 1/15 key. 3-6)
Far 145:14-16—Yihowaan namoota isaaf amanamoo taʼan ni deggera, akkasumas ni kunuunsa (w04-AM 1/15 17-18 key. 10-14)
Dubbii Waaqayyoo Gad Fageenyaan Qoruu: (Daq. 8)
Far 143:8—Caqasni kun guyyaa guyyaadhaan karaa Yihowaadhaaf ulfina fiduun jiraachuuf kan nu gargaaru akkamitti? (w10 1/15 21 key. 1-2)
Far 150:6—Caqasni dhumaa kitaaba Faarfannaa irra jiru kun dirqama nu irra jiru isa kam addeessa? (it-2-E 448)
Dubbisni Kitaaba Qulqulluu torban kanaa waaʼee Yihowaa maal na barsiisa?
Dubbisa Kitaaba Qulqulluu torban kanaa keessaa qabxiin tajaajila irratti itti fayyadamuu dandaʼu isa kami?
Dubbisa Kitaaba Qulqulluu: (Daq. 4 ykn isaa gad) Far 145: 1-21
TAJAAJILAAF OF QOPHEESSI
Guyyaa Jalqabaa: (Daq. 2 ykn isaa gad) 1Ph 5:7—Dhugaa Barsiisaa.
Deddeebii Gaaffii: (Daq. 4 ykn isaa gad) Far 37:9-11—Dhugaa Barsiisaa.
Qoʼannaa Kitaaba Qulqulluu: (Daq. 6 ykn isaa gad) fg barumsa 9 key. 3—Baratichi wanta barate hojii irra akka oolchu gargaari.
AKKA KIRISTIYAANA TOKKOOTTI JIRAACHUU
Faarfannaa 30
“Dandeettii Tajaajila Irratti Qabnu Fooyyeffachuu—Namoonni Fedhii Argisiisan Walgaʼii Irratti Akka Argaman Jajjabeessuu”: (Daq. 15) Mareedhaan kan dhihaatu. Waraqaan afeerrii walgaʼii gumii babalʼistootaaf akka hiramu godhi; achiis yaada fuula 2 irra jiru gabaabaatti irratti mariʼadhaa. Viidiyoo babalʼisaan tokko nama maamila barruu isaa taʼe walgaʼii irratti akka argamu yommuu afeeru mulʼisu argisiisi. Saanduqa “Wanta Onkoloolessatti Raabsamu: Waraqaa Afeerrii Walgaʼiiwwan Gumii” jedhu irratti mariʼachuudhaan kuticha xumuri.
Qoʼannaa Kitaaba Qulqulluu Gumii: (Daq. 30) ia boq. 15 key. 1-14 saanduqa ful. 160
Irra Deebii fi Yaada Gabaabaa Barumsa Torban Itti Aanuu (Daq. 3)
Faarfannaa 11 fi Kadhannaa