BARREEFFAMA QO'ANNAA WALGA'II JIREENYAA FI TAJAAJILA KIRISTIYAANAA Fulbaana 2018
Maree Fakkeenya taʼu
Waaqayyo nuuf gadduu isaa ilaalchisee mareewwan fakkeenya taʼan.
BEEKUMSA DUBBII WAAQAYYOO IRRAA ARGAMU
Yesuus Dinqii Isaa isa Jalqabaa Raawwate
Dinqiin Yesuus jalqaba raawwate waaʼee amala isaa hubannaa nuuf kenna.
BEEKUMSA DUBBII WAAQAYYOO IRRAA ARGAMU
Yesuus Dubartii Samaariyaa Tokkoof Dhugaa Baʼe
Yesuus karaa al idilee taʼeen dhugaa baʼuuf, fakkeenya wanta dubartittiin yeroo hunda raawwattu irraa fudhatametti fayyadame.
AKKA KIRISTIYAANA TOKKOOTTI JIRAACHUU
Dandeettii Tajaajila Irratti Qabnu Fooyyeffachuu—Maree Dhugaa Baʼuuf Gargaaru Jalqabuu
Namoota hin beeknee wajjin haasaʼuu irratti dandeettii keenya fooyyeffachuu kan dandeenyu akkamitti?
BEEKUMSA DUBBII WAAQAYYOO IRRAA ARGAMU
Kakaʼumsa Sirriidhaan Yesuusiin Hordofaa
Kakaʼumsi isaanii ofittummaa irratti kan hundaaʼe waan tureef, barattoonni tokko tokko gufatanii Yesuus duukaa buʼuu dhiisaniiru.
AKKA KIRISTIYAANA TOKKOOTTI JIRAACHUU
Homtuu Lafatti hin Badne
Nutis akka lafatti hin badne gochuudhaan akkuma Yesuus qophii Yihowaatiif dinqisiifannaa akka qabnu argisiisuu ni dandeenya.
BEEKUMSA DUBBII WAAQAYYOO IRRAA ARGAMU
Yesuus Abbaa Isaatiif Ulfina Kenneera
Yesuus wanti inni hunda caalaa yaadu hojii Yihowaan isaaf kenne raawwachuu ture.
AKKA KIRISTIYAANA TOKKOOTTI JIRAACHUU
Amala Gad Of Qabuu fi Iddoo Ofii Beekuu Akka Kiristoos Argisiisaa
Gumii keessatti mirga ykn itti gaafatamummaa yommuu argannu fakkeenya Yesuus hordofuu kan dandeenyu akkamitti?