AKKA KIRISTIYAANA TOKKOOTTI JIRAACHUU
Amala Gad Of Qabuu fi Iddoo Ofii Beekuu Akka Kiristoos Argisiisaa
Yesuus namoota hanga harʼaatti jiraatan hundumaa kan caalu taʼus, Yihowaadhaaf ulfina kennuudhaan humna isaa akka beekuu fi akka gad of qabu argisiiseera. (Yoh 7:16-18) Karaa kan biraa immoo Seexanni Diyaabilos kan taʼe siʼa taʼu, kunis “maqaa balleessituu” jechuu dha. (Yoh 8:44) Fariisonni nama Masiihichatti amanu kam iyyuu waan tuffataniif, amala Seexanaa akka qaban isaan irraa mulʼateera. (Yoh 7:45-49) Gumii keessatti mirga ykn itti gaafatamummaa yommuu argannu fakkeenya Yesuus hordofuu kan dandeenyu akkamitti?
VIIDIYOO, ‘JAALALA WALIIF QABAADHAA’—HINAAFFAA FI OF JAJUU IRRAA FAGAADHAA, KUTAA 1, JEDHAMU ILAALAA, ACHIIS QABXIIWWAN ARMAAN GADII IRRATTI MARIʼADHAA:
-
Aaron koora akka qabu kan argisiise akkamitti?
VIIDIYOO ‘JAALALA WALIIF QABAADHAA’—HINAAFFAA FI OF JAJUU IRRAA FAGAADHAA, KUTAA 2, JEDHAMU ILAALAA, ACHIIS QABXIIWWAN ARMAAN GADII IRRATTI MARIʼADHAA:
-
Aaron amala gad of qabuu akka qabu kan argisiise akkamitti?
Aaron, Biiniyaamii fi Kaalebiin kan jajjabeesse akkamitti?
VIIDIYOO ‘JAALALA WALIIF QABAADHAA’—KOORAA FI AMALA SIRRII HIN TAANE IRRAA FAGAADHAA, KUTAA 1, JEDHAMU ILAALAA, ACHIIS QABXIIWWAN ARMAAN GADII IRRATTI MARIʼADHAA:
-
Obboleessi keenya Guutaan iddoo isaa utuu hin beekin kan hafe akkamitti?
VIIDIYOO ‘JAALALA WALIIF QABAADHAA’—KOORAA FI AMALA SIRRII HIN TAANE IRRAA FAGAADHAA, KUTAA 2, JEDHAMU ILAALAA, ACHIIS QABXIIWWAN ARMAAN GADII IRRATTI MARIʼADHAA:
-
Obboleessi keenya Guutaan iddoo isaa akka beeku kan argisiise akkamitti?
Fakkeenyi Obboleessa keenya Guutaa, Liyaa maal barsiise?