Dhimma ijoo ta'etti seeni

Ittiin baafataa bira dhaqi

Fulbaana 3-9

YOHAANNIS 1-2

Fulbaana 3-9
  • Faarfannaa 13 fi Kadhannaa

  • Yaada Seensaa (Daq. 3 ykn isaa gad)

BEEKUMSA DUBBII WAAQAYYOO IRRAA ARGAMU

  • Yesuus Dinqii Isaa isa Jalqabaa Raawwate”: (Daq. 10)

  • Dubbii Waaqayyoo Gad Fageenyaan Qoruu: (Daq. 8)

    • Yoh 1:1—Yohaannis ‘Dubbichi’ Waaqayyo Hundumaa Dandaʼuu wajjin tokko dha, jechuu isaa akka hin taane ragaawwan kamfaatu argisiisa? (nwtsty-AM qabxiiwwan qoʼannaa)

    • Yoh 1:29—Yohaannis Cuuphaan Yesuusiin “Hoolicha Waaqayyoo” jedhee kan waame maaliifi? (nwtsty-AM qabxii qoʼannaa)

    • Dubbisni Kitaaba Qulqulluu torban kanaa waaʼee Yihowaa maal si barsiise?

    • Dubbisa Kitaaba Qulqulluu torban kanaa keessaa barumsa kan biraa akkamii argatte?

  • Dubbisa Kitaaba Qulqulluu: (Daq. 4 ykn isaa gad) Yoh 1:1-18

TAJAAJILAAF OF QOPHEESSI

AKKA KIRISTIYAANA TOKKOOTTI JIRAACHUU

  • Faarfannaa 38

  • Akka Gumichaaf Barbaachisutti Itti Fayyadamaa: (Daq. 8)

  • Wantoota Jaarmiyichi Raawwate: (Daq. 7) Viidiyoo jiʼa Fulbaanaatiif qophaaʼee fi Wantoota Jaarmiyichi Raawwate jedhamu taphachiisi.

  • Qoʼannaa Kitaaba Qulqulluu Gumii: (Daq. 30) jy boq. 17

  • Irra Deebii fi Yaada Gabaabaa Barumsa Torban Itti Aanuu (Daq. 3)

  • Faarfannaa 86 fi Kadhannaa