Yesuus Dinqii Isaa isa Jalqabaa Raawwate
Dinqiin Yesuus jalqaba raawwate waaʼee eenyummaa isaa hubannaa guddaa nuuf kenna. Seenaan Kitaaba Qulqulluu kun wantoota armaan gadii ilaalchisee maal nu barsiisa?
-
Yesuus gammachuudhaaf ilaalcha madaalamaa qaba, michoota isaa wajjinis yeroo gammachiisaa dabarsa ture
-
Yesuus miira namootaatiif akka yaadu argisiiseera
-
Yesuus arjaa ture