Fulbaana 13-19
IYYAASUU 1-2
Faarfannaa 97 fi Kadhannaa
Yaada Seensaa (Daq. 1)
BEEKUMSA DUBBII WAAQAYYOO IRRAA ARGAMU
“Daandiin Kee Akka Milkaaʼu Gochuu kan Dandeessu Akkamitti?”: (Daq. 10)
Dubbii Waaqayyoo Gad Fageenyaan Qoruu: (Daq. 10)
Iya 2:4, 5—Rahaab ergamtoota mootichaa basaastota sana barbaadaa jiran kan dogoggorsite maaliifi? (w04-AM 12/1 8-9 key. 6)
Dubbisa Kitaaba Qulqulluu torban kanaa keessaa Yihowaa, tajaajila dirree ykn qabxii kan biraa ilaalchisee barumsa akkamii argatte?
Dubbisa Kitaaba Qulqulluu: (Daq. 4) Iya 2:1-16 (th qoʼannaa 10)
TAJAAJILAAF OF QOPHEESSI
Deddeebii Gaaffii—Viidiyoo: (Daq. 5) Mareedhaan kan dhihaatu. Viidiyoo Dhugaa Baʼuu: Kitaaba Qulqulluu—Iyo 26:7 jedhamu taphachiisi. Viidiyicha bakka takka turutti dhaabbachiisiitii gaaffiiwwan viidiyicha irratti mulʼatan dhaggeeffattoota gaafadhu.
Deddeebii Gaaffii: (Daq. 3) Maree fakkeenya taʼutti fayyadami. (th qoʼannaa 11)
Deddeebii Gaaffii: (Daq. 5) Maree fakkeenya taʼuun jalqabi. Birooshura Bara Baraaf Gammachuudhaan Jiraadhu! jedhamu kenniifiitii qoʼannaa Kitaaba Qulqulluu jalqabsiisi. (th qoʼannaa 16)
AKKA KIRISTIYAANA TOKKOOTTI JIRAACHUU
“Dandeettii Hubannaa Keessanii Leenjisuu Itti Fufaa”: (Daq. 15) Mareedhaan kan dhihaatu. Viidiyoo “Qalbii Gaarii Qabaadhaa Jiraadhaa” jedhamu taphachiisi.
Qoʼannaa Kitaaba Qulqulluu Gumii: (Daq. 30) rr boq. 13 key. 15-21
Yaada Xumuraa (Daq. 3)
Faarfannaa 89 fi Kadhannaa