Dhimma ijoo ta'etti seeni

Ittiin baafataa bira dhaqi

BEEKUMSA DUBBII WAAQAYYOO IRRAA ARGAMU

Daandiin Kee Akka Milkaaʼu Gochuu kan Dandeessu Akkamitti?

Daandiin Kee Akka Milkaaʼu Gochuu kan Dandeessu Akkamitti?

[Viidiyoo Beeksisa Kitaaba Iyyaasuu jedhamu taphachiisi.]

Dubbii Waaqayyoo qoʼadhu, akkasumas hojii irra oolchi (Iya 1:7, 8; w13 1/15 8 key. 7)

Yommuu fedha isaa raawwatutti Yihowaatti amanami (Iya 1:9; w13 1/15 11 key. 20)

AKKANA JEDHII OF GAAFADHU: ‘Ija jabinni Waaqayyo biraa argamu kan na barbaachisu haalawwan akkamii keessatti?’