Fulbaana 20-26
IYYAASUU 3-5
Faarfannaa 65 fi Kadhannaa
Yaada Seensaa (Daq. 1)
BEEKUMSA DUBBII WAAQAYYOO IRRAA ARGAMU
“Yihowaan Hojii Amantiidhaan Raawwatamu ni Eebbisa”: (Daq. 10)
Dubbii Waaqayyoo Gad Fageenyaan Qoruu: (Daq. 10)
Iya 5:14, 15, milj.—“Ajajaan raayyaa Yihowaa” eenyu akka taʼe yaadama? (w04-AM 12/1 9 key. 1)
Dubbisa Kitaaba Qulqulluu torban kanaa keessaa Yihowaa, tajaajila dirree ykn qabxii kan biraa ilaalchisee barumsa akkamii argatte?
Dubbisa Kitaaba Qulqulluu: (Daq. 4) Iya 3:1-13 (th qoʼannaa 10)
TAJAAJILAAF OF QOPHEESSI
“Gammachuu Tajaajila Irraa Argattan Guddifadhaa—Meeshaalee Qorannootti Fayyadamaa”: (Daq. 10) Mareedhaan kan dhihaatu. Viidiyoo Gammachuu Barattoota Gochuun Argamsiisu Argadhaa—Gargaarsa Yihowaa Fudhadhaa—Meeshaalee Qorannootti Fayyadamuudhaan jedhamu taphachiisi.
Qoʼannaa Kitaaba Qulqulluu: (Daq. 5) lffi barumsa 01 seensaa fi qabxii 1-2 (th qoʼannaa 15)
AKKA KIRISTIYAANA TOKKOOTTI JIRAACHUU
Akka Gumichaaf Barbaachisutti Itti Fayyadamaa: (Daq. 15)
Qoʼannaa Kitaaba Qulqulluu Gumii: (Daq. 30) rr boq. 14 key. 1-7 fi viidiyoo beeksisaa
Yaada Xumuraa (Daq. 3)
Faarfannaa 24 fi Kadhannaa